Ispoortii Atleet Biraanuu Tsagguun waggaa 4f dorgommiirraa ittifame Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Atleet Biraanuu Tsagguun waggaa 4f dorgommiirraa ittifame Atleetichi si'eessituu fayyadamee argamuu isaatini adabbichi kan itti murtaa'e.…
Viidiyoowwan Vaayrasii koroonaa ittisuuf hojii qulqullinaa baabura salphaa Finfinnee keessatti hojjettoota… Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 https://www.facebook.com/afaanoromoofana/videos/1494785300672926/?t=1
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti dhaabbilee daldalaa 925 irratti tarkaanfiin fudhatame Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraatti dhaabbilee daldalaa daballii gatii seeraan alaa taasisan 925 irratti tarkaanfiin fudhatame. Daldaltoonni tarkaanfiin irratti…
Biiznasii Waldaaleen Hojii Gamtaa Shamattootaa Finfinneetti gabaa tasgabbeessuuf hojjechaa jiraachuun ibsame Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Waldaaleen Hojii Gamtaa Shamattootaa magaalaa Finfinneetti gabaa tasgabbeessuuf hojjechaa jiraachuun ibsame. Hoggansi Biiroo Daldalaa Finfinnee fi…
Fayyaa Imaltoonni vaayrasii koroonatiin akka hin miidhamne gosoota geejibaa mararratti hojiin qulqullinaa… Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) –Imaltoonni vaayrasii koroonatiin akka hin miidhamne gosoota geejibaa mararratti hojiin qulqullinaa hojjetamaa jira. Ministeera Geejibaatin hojiin…
Oduu biyya keessaa Sabbataatti manneen daldalaa 14 fi qorichootaa 36 irratti tarkaanfiin fudhatame Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Sabbataatti manneen daldalaa 14 fi qorichootaa 36 irratti tarkaanfiin fudhatame. Bulchiinsa magaalaa Sabbataatti koreen tasgabbii gabaa sakattoo…
Oduu biyya keessaa Kibba Walloo aanaa Ambaassalitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 10 darbe Wabi Fufa Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2102 (FBC) – Naannoo Amaaraa godina Kibba Walloo aanaa Ambaassalitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 10 darbe. Konkolaataan geejiba ummataa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Guyyootii 15f sirreeffamaa gaafachuun hin danda’amu Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2102 (FBC) – Bulchiinsi Manneen Amala Sirrreessaa Federaalaa maatiin sirreeffamtootaa guyyootii 15f sirreeffamtoota akka hin gaafanne ittisuu beeksise. Murtichi…
Idil Addunyaa Xaaliyaanitti guyyaa tokko keessatti namoonni 475 vaayrasii koroonaan du’an Wabi Fufa Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Xaaliyaanitti guyyaa tokko keessatti namoonni 475 vaayrasii koroonaan du’an. Biyyichatti namoonni hanga ammaatti vaayrasichaan lubbuu isaanii darbe…