Ispoortii Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Tookiyoo gahe Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Imaltoonni jalqabaa jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa irratti hirmaatu Jaappaan Magaalaa Tookiyoo gaheera.…
Oduu biyya keessaa Tajaajila si’ataa kennuuf hojimaata haaraa qabannee dhufneerra – Kantiibaa Adaanech Abeebee Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Waggaa haaraatti tajaajila si’ataa deddeebii hawaasaa hir’isu qabannee dhufneerra jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Rayyaan Ittisa Biyyaa bara haaraatti hojiilee nageenya cimsuu jabeessee itti fufa- Fiild Maarshaal… Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan Rayyaan Ittisa Biyyaa bara haaraatti hojiilee nageenya cimsuu jabeessee…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa bara haaraa 2018 sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Obbo Tamasgeen Xurunaa…
Oduu biyya keessaa Kenni Tajaajila Mootuummaa sirnaawaa fi si’ataa akka ta’u mirkaneessuuf kutannoon qabnu ittifufa… Tsehay Guluma Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Bara kana yoo xumurru Kenni Tajaajila Mootuummaa sirnaawaa fi si’ataa akka ta’u mirkaneessuuf kutannoon qabnu akka ittifufetti jira jedhan Ministirri…
Teeknooloojii Rakkoo bulchiinsa gaariifi alseerummaa hambisuuf tajaajilli iddoo tokkoo shoora olaanaa qaba- Aadde… Tsehay Guluma Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017 (FMC)- Rakkoo bulchiinsa gaarii fi alseerummaa hambisuu keessatti, wiirtuun tajaajila iddoo tokkoo shoora olaanaa qaba jedhan Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde…
Oduu biyya keessaa Waliigaltee hojii misoomaa “Oromia Sovereign Fund” fi “MIDROC Investment… Tsehay Guluma Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017 (FMC)- Waliigaltee hojii misoomaa "Oromia Sovereign Fund" fi "MIDROC Investment Group" gidduutti taasifame tarkaanfii dheeraa abdii guddaan eegaleedha jedhan…
Oduu biyya keessaa Rakkoo bulchiinsa gaariifi alseerummaa hambisuu keessatti wiirtuun tajaajila iddoo tokkoo shoora… Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Rakkoo bulchiinsa gaariifi alseerummaa hambisuu keessatti wiirtuun tajaajila iddoo tokkoo shoora olaanaa qaba jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii…
Oduu biyya keessaa Kaawunsiliin Manneen Amantaa Hordoftoota Wangeelaa Itiyoophiyaa eebba Hidha Guddicha Haaromsaa… Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Kaawunsiliin Manneen Amantaa Hordoftoota Wangeelaa Itiyoophiyaa eebba Hidha Guddicha Haaromsaa sababeeffachuun ergaa gammachuu dabarseera. Kaawunsiliin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pirezidaanti Saalvaa Kiir waliin mari’atan Tsehay Guluma Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa kiir Maayaardiit waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa…