Jiraattota magaalaa Finfinnee kuma 70 oliif waraqaan eenyummaa diijiitaalaa kenname
Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Jiraattota magaalaa Finfinnee kuma 70 fi 748 waraqaan eenyummaa diijiitaalaa kennamuu Eejansiin Galmeessa Ragaalee Bu'uuraa magaalicha beeksise.…