Ispoortii Jimmaa Abbaa Jifaar Qiddusa Giyoorgiis 2-1 injifate Sifen Megersa Dec 28, 2019 0 Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) – Tapha Priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 5ffaan Jimmaa Abbaa Jifaar Qiddusa Giyoorgiis 2-1 yoo injifatu Adaamaan qixa bahe. Liigiichaan guyyaa har’aa…
Fayyaa Corqaa (Qaaraa) baayy’inaan nyaachuun dhibee onneen qabamuu irraa nama baraara – qorannoo Sifen Megersa Dec 28, 2019 0 Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) – Corqaa baayy’inaan nyaachuun carraa dhibee onneen qabamuu dhibbeentaa 40 akka hir’isu qorannoon tokko ifoome. Akka qorannoon biyya Xaaliyaanitti namoota…
Oduu biyya keessaa Lotoriin lammiitu lammiif miiliyoonni 34 caasaalee mootummaa harkatti hafe Sifen Megersa Dec 28, 2019 0 Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) - Lotoriin lammiitu lammiif miiliyoona 40 keessaa miiliyoonni 34 caasaalee mootummaa harkatti hafuu isaa Dooktar Abarraa Dheereessaa himan. Lammiilee…
Oduu biyya keessaa Shaashamanneetti Maallaqni seeraan alaa too’atame Sifen Megersa Dec 28, 2019 0 Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) -Bulchiinsa magaala Shaashamanneetti Birrii miiliyoonni lamaa fi kumni 200 ol qabamuu odeeffannoon Waajjira Poolisii Magaalichaa beeksise. Maallaqichi kan…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii Sosochii misooma bunaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Dec 28, 2019 0 Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) - Waltajjiin marii Sosochii misooma bunaa ogeeyyii godinaalee fi aanaalee bunni keessatti oomishamaa jiru hirmaachise gaggeeffamaa jira. Hudhaawwan…
Idil Addunyaa Haleellaa boombii Soomaaliyaatti qaqqabeen lubbuun namoota 30 darbe Obse Wakgari Dec 28, 2019 0 Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) – Magaalaa Soomaaliyaa Mooqqaadishootti haleellaa boombii qaqqabeen lubbuun namoota 30 darbuun dhaga’ame. Qondaalli Poolisii naannichaa Ibraahiim…
Ispoortii Priimiyar liigii Ityoophiyaatin har’a taphoonni 6 ni gaggeeffamu Obse Wakgari Dec 28, 2019 0 Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) - Priimiyar liigii Ityoophiyaan taphni torbee 5ffaa har’aa fi boru ni taphatamu. Liigiichaan guyyaa har’aa taphoonni 6 kan gaggeeffaman yammuu ta'u,…
Biiznasii Finfinneetti warshaan guyyaatti zayitaa liitira kuma dhibba 6 oomishu ijaarramuufi Obse Wakgari Dec 28, 2019 0 Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti warshaan guyyaatti zayitaa liitira kuma dhibba 6 oomishuu danda'u ijaarramuufi. Ijaarsi warshichaa zayita Ityoophiyaan alaa…
Oduu biyya keessaa Waliigaltee Ityoophiyaa fi Saawdii Arabiyaatin baatiiwwan saddeettan darbanitti hojjettoonni kumni… Obse Wakgari Dec 28, 2019 0 Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC)- Waliigaltee Ityoophiyaa fi Saawdii Arabiyaatin baatiiwwan saddeettan darbanitti hojjettoonni manaa kumni 11 ol keessummeeffamaniiru. Saawdii…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti misooma jallisiin lafa hektaara kuma dhibba 3 fi kuma 89 misoomsuuf hojjetamaa… Obse Wakgari Dec 28, 2019 0 Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti misooma jallisiin lafa hektaara kuma dhibba 3 fi kuma 89 misoomsuuf hojjetamaa jira jedhame. Naannichatti misooma jallisiin lafa…