Rogeeyyiin hawaasaa fi dhiibbaa uumtoonni maree biyyaalessaa keessatti qooda isaanii bahuu qabu
Finfinnee, Caamsaa 21, 2017 (FMC) – Waltajjiin Ajandaa walitti qabuu dhaabbilee Federaalaa, Waldaalee, Rogeeyyii hawaasaa fi dhiibbaa uumtoota hirmaachise eegalameera.
Waldhabdee…