Oduu biyya keessaa Siidaan Cophaa eebbifame Sifen Megersa Sep 9, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2017 (FMC) – Siidaan Copha Hidha Guddicha Haaromsaatti ijaarame Giiftii duree Zinnaash Taayyaachoo fi Ministira Muumme Baarbaados Miyaa Mootiliin eebbifameera.…
Oduu biyya keessaa Hoggantoota biyyootaa garaagaraa sirna eebbaa Hidha Haaromsaarratti argaman Sifen Megersa Sep 9, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2017 (FMC) – Xiiqii waggoota hedduu Itiyoophiyaanotaa kan ture ijaarsi Hidha Haaromsaa xumuramee sirni eebba isaa Gubaatti geggeeffamaa jira. Sirna eebbaa kanarratti…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hidha Haaromsaa eebbisan Sifen Megersa Sep 9, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa eebbisiisaniiru. Ibsitu tokkummaa sabdaneessaa Itiyoophiyaanotaa kan…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa qabeenya, dafqa, beekumsaa fi dhiiga Itiyoophiyaanotaan kan milkaa’e bu’aa… Sifen Megersa Sep 9, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) - Hidhi Haaromsaa qabeenya, dafqa, beekumsa fi dhiiga Itiyoophiyaanotaan kan milkaa’e bu’aa cichoominaa ti jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan kaateetti kanaan booda duubatti hin deebitu _ Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Sep 9, 2025 0 Qaammee 4, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan kaateetti kanaan booda duubatti hin deebitu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy Ahimad Qaammee 4 Guyyaa bayyanachuu…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaardiit Finfinnee galan Ayana Dheressa Sep 8, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaardiit daawwannaa dippiloomaasiif guyyaa har’aa Finfinnee galaniiru. Pireezidaantichi wayita Buufata…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Itti aantuu Gamtaa Awurooppaa Teereesaa Riibeeraa waliin… Ayana Dheressa Sep 8, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Itti aantuu Gamtaa Awurooppaa Teereesaa Riibeeraa waliin mari’ataniiru. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni daddabarsa warqee, maallaqaafi meeshaalee waraanaa seeraan alaan shakkaman 76… Ayana Dheressa Sep 8, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2017(FMC)- Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa Shakkamtoonni daddabarsa warqee, maallaqaafi meeshaalee waraanaa seeraan alaan shakkaman 76 to’atamaniiru jedhe.…
Oduu biyya keessaa Afrikaa dachee hojiin Jijjiirama Qabeenya qilleensaa qolachuu itti galma ga’e Addunyaaf mul’isuu… Sifen Megersa Sep 8, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2017 (FMC) – Yaa’ii 2ffaan Jijjiirama Qabeenyaa Afrikaa Finfinneetti taa’amaa jira. Afrikaa dachee hojiin Jijjiirama Qabeenyaa qilleensaa qolachuu itti galma ga’e…
Oduu biyya keessaa Afrikaan dandeettiii jijjiirama fidu qabattee dhiyaachuu qabdi – Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Sep 8, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy AhimadAfrikaan addunyaa duratti dandeettii jijjiirama fidu qabattee dhiyaachuu qabdi jedhan. Yaa’iin Jijjiirama…