“Hooggansa badhaadhina mirkaneessu ijaaruun ofdanda’uuf hojjechuu qabna.” Obbo Shimallis…
Finfinnee. Adoolessa 9, 2018 (FMC) - Hooggansa dinagdee carraawwan misoomuu, humna namaa fi beekumsa qindoominaan hogganee badhaadhina qabatamaa sadarkaa hundatti mirkaneessu ijaaruudhaan…