Kenniinsi tajaajilaa haqaa naannoo Oromiyaa akka muuxannoo gaariitti kan fudhatamu- Obbo Taaggasee…
Finfinnee, Ebla 24, 2017 (FMC) – Kenniinsiifi waliingahiinsi tajaajilaa haqaa naannoo Oromiyaa akka muuxannoo gaariitti kan fudhatamu ta’uu Af-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo…