Oduu biyya keessaa Yaa’ii 2ffaan Buusaa Gonofaa gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Jul 17, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2017 (FMC)- Yaa’iin 2ffaa Waliigalaa Miseensoota Buusaa Gonofaa Oromiyaa 2ffaan Magaalaa Adaamaattii gaggeeffamaa jira . Yaa'ii miseensoota Buusaa Gonofaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraah Hararitti Waajjiraalee Paartii Badhaadhinaa eebbisan Ayana Dheressa Jul 17, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2017 (FMC)- Pireezidaantii itti aanaan Paartii badhaadhinaa obbo Adam Faaraah Hararitti waajjiraalee Paartii badhaadhinaa Magaalaa fi baadiyyaatti ijaaraman…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Yaa’ii waliigalaa gaggeessaa jira Ayana Dheressa Jul 17, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2017 (FMC)- Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Yaa’ii ariifachiisaa waliigalaa 3ffaa gaggeessaa jira. Yaa’ichi bakka koreen hojii raawwachiistuu fi…
Oduu biyya keessaa Aanaa Gudayyaa Biilaatti balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 3 darbe Ayana Dheressa Jul 17, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2017 (FMC)- Balaa Tiraafikaa Godina Wallagga Bahaa Aanaa Gudayyaa Biilaa ganda Ifaa bakka addaa Teelee jedhamutti mudateen lubbuun namoota 3 darbeera. Balichi…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa Labsii Galii Gibiraa raggaasise Ayana Dheressa Jul 17, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2017 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Labsii Galii Gibiraa Federaalaa foyya’uun dhiyaaterratti mari’achuun raggasiseera. Manni Marichaa walga’ii…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa labsii filannoo, galmee paartilee siyaasaafi naamuusa filannoo raggaasise Ayana Dheressa Jul 17, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2017(FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa labsii filannoo, galmee paartilee siyaasaafi naamuusa filannoo raggaasise. Manni marichaa walga’ii ariifachiisaa…
Oduu biyya keessaa Haala nageenya idil addunyaa tilmaamamuu hin dandeenyeefi jiijijiiramu keessatti bobbiin biyya… Tsehay Guluma Jul 16, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2017 (FMC) - Haala nageenya idil addunyaa tilmaamamuu hin dandeenyeefi jijjijjiiramu keessatti bobbiin biyya bu'uuressuu danda'e raawwatame jedhe Tajaajilli…
Oduu biyya keessaa Gabaa Idil Addunyaatti gatiin Warqee fi Bunaa daballii agarsiisuu isaa akka carraatti fayyyaadamuu… Tsehay Guluma Jul 16, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2017 (FMC) - Gabaa Idil Addunyaatti gatiin Warqee fi Bunaa daballii waan agarsiisaniif carra kanatti fayyadamuu qabna jedhan Ministirri Ministeera Pilaanii fi…
Oduu biyya keessaa Bara 2018 Bulchiinsi Taaksii Ammayyaa hojirra oola – Dooktar Fitsuum Asaffaa Tsehay Guluma Jul 16, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2017 (FMC) - Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuum Asaffaan bara 2018 bulchiinsa taaksii ammayyeessuuf hojiileen eegalaman guutuumman guutuutti…
Oduu biyya keessaa Hojiileen badhaadhina hunda galeessa mirkaneessuuf dandeessisan hojjetamaniiru- Aadde Muufariyaat… Ayana Dheressa Jul 16, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2017 (FMC)- Bara baajataa xumurametti hojiileen guddinaafi badhaadhina hunda galeessa mirkaneessuu dandeessisan hojjetamaniiru jedhan Ministirri Ministeera Hojiifi…