Seerootni wayita bahan faayidaa ummataa fi biyyaaf argamsiisan bu’uura godhachuu qabu – Af Yaa’ii…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) – Seerootni haaraan wayita bahan faayidaa ummataa fi biyyaaf argamsiisan bu’uura godhachuu akka qaban Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo…