Oduu biyya keessaa Waldaan Yuunivarsiitiiwwan Konpirheensiivii hunda’e Ayana Dheressa Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)- Waldaan Yuunivarsiitiiwwan Konpirheensiivii Yuunivarsiitiiwwan 21 keessatti hammataman hunda’uun ibsame. Yaa’iin hundeeffama waldichaa Yunivarsiitii…
Ispoortii Itiyoophiyaa Madin Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa injifate Ayana Dheressa Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)- Tapha Piriimarliigii Itiyoophiyaa torbee 22ffaan Itiyoophiyaa Madin Baankii Daldalaa galchii 2 fi 1’n injifate. Alan Kaaywaafi Abuubakar Saaniin…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan michuu murteessaa Gamtaa Awurooppaa ta’uu ibsame Ayana Dheressa Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan Afrikaa keessaa biyya michuu murteessaa Gamtaa Awurooppaa ta’uun itti fufuu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Gamtaa Awurooppaa Soofii Firoom…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhuunfaa fi Waldaaleen mana jireenyaa ashaaraa qubaa kennuu qabu – Bulchiinsa Magaalaa… Yonatan Birhanu Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Namooti dhunfaas ta’e waldaaleen mannen jireenyaa ashaaraa qubaa kennuu akka qaban Bulchinsi Magaalaa Shaggar hubachiise. Namootni dhuunfaas ta’e…
Fayyaa Daa’immaan mudawwan waliin akka hin dhalanne wayita ulfaa hordoffii barbaachisu taasisuun… Ayana Dheressa Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) - Daa'immaan mudaawwan waliin akka hin dhalanne wayita ulfaa of eeggannoo fi hordoffii barbaachisu taasisuun dirqama haadholii fi qaama hundaa ta'uu…
Ispoortii Maanchister Yuunaayitid Istaadiyeemii haaraa ijaarsisuufi Ayana Dheressa Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)- Maanchister Yuunaayitid Istaadiyeemii haaraa daawwattoota kuma 100 ol keessummeessuu danda’u ijaarsisuuf akka ta’e ifoomseera. Istaadiyeemichi baasii…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwaluu Abdiin Magaalaa Asallaatti hojiilee misoomaa Daawwatan Tsehay Guluma Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin hojiilee misoomaa magaalaa Asallaa daawwataniiru. Hojiiwwaan misooma…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Godina Harargee Bahaatti misooma Qamadii Bonee daawwatan Tsehay Guluma Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Harargee Bahaatti misooma qamadii Bonee daawwataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Godina Harargee Bahaatti hojii misooma sululaa daawwatan Ayana Dheressa Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimadiifi Pirezidaantiin MNO Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Harargee Bahaatti hojii misoomaa sululaa daawwatniiru.…
Oduu biyya keessaa Tarsiimoon Galii Yeroo Giddugaleessaa ragga’uun karoora riifoormii diinagdee cimaaf murteessaadha-… Ayana Dheressa Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)-Manni Maree Ministirootaa Tarsiimoo Galii Yeroo Giddugaleessaa raggaasisuun karoora riifoormii diinagdee cimaaf murteessaa ta’uu Ministirri Ministeera…