Oduu biyya keessaa Artiist Dabbabaa Isheetuun boqote Sifen Megersa Aug 17, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Artiistii buleessi Dabbabaa Isheetuun dadhabbii Addunyaa kanarraa du'aan boqote. Artiist Dabbabaan dhibee isa mudateen yaalamaa tureen har'a addunyaa…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni baala sammuu namaa adoochu Kaanaabiis jedhamu mana jireenyaa keessa dhoksanii argaman… Sifen Megersa Aug 17, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Magaalaa Finfinneetti Shakkamtoonni baala sammuu namaa adoochu Kaanaabiis jedhamu Kiiloo Giraama 100 mana jireenyaa keessa dhoksanii argaman to'ataman…
Biiznasii Baasii naannichaa humna ofiin uwwisuuf hojiileen dandeessisaan hojjetamaa jiru- Obbo Awwal Aarbaa Sifen Megersa Aug 17, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Naannoo Afaaritti filannoowwan galii babal’isuun baasii humna ofiin uwwisuuf hojiileen dandeessisan hojjetamaa jiru jedhan Pireezidaantiin naannichaa obbo…
Oduu biyya keessaa Mareen biyyaalessaa waliigalteen rakkoolee waaraan furuuf kan dandeessissuudha – Komishinicha Sifen Megersa Aug 17, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Mareen biyyaalessaa lammiilee biyyattii hunda hirmaachisuun waliigalteen rakkoolee waaraan furuuf kan dandeessissuudha jedhan Komishinarri Komishinii Maree…
Ispoortii Falmii har’a Maanchiister Yuunaayitiidii fi Arsenaal gidduutti gaggeeffamu Sifen Megersa Aug 17, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Taphoota torbee jalqabaa Piriimeer Liigii Ingiliiziin morkiin har'a Maanchiister Yuunaayitiidii fi Arsenaal gidduutti gaggeeffamu ni eegama. Kilaboonni…
Ispoortii Maanchistar Siitiin Woolvisiin goolii 4 fi 0’n injifate Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017(FMC)- Tapha Piriimar Liigii Ingilaand sagantaa torbee jalqabaan Maanchistar Siitiin Woolvisiin goolii 4 fi 0’n injifate. Tapha Maanchistar Siitiifi Woolvis…
Ispoortii Tootanhaamiifi Sandarlaand morkattoota isaanii injifatan Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017(FMC)- Tapha Piriimar Liigii Ingilaand sagantaa torbee jalqabaan Tootanhaamiifi Sandarlaand morkattoota isaanii qabxii walfakkaataa goolii 3 fi 0 injifatan.…
Oduu biyya keessaa Ejjennoo Itiyoophiyaa magariituu ijaaruuf qabnuuf Walaayittaa Sooddoon ragaadha- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ejjennoo Itiyoophiyaa magariituu ijaaruuf qabnuuf Walaayittaa Sooddoon ragaadha jedhan. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Naannichatti riqaaleen daandiiwwan baadiyyaa 65 baasii birrii MIiliyoona 400’n ijaaramaa jiru Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti riqaaleen gandoota baadiyyaa fi aanaa walquunnamsiisan 65 tumsa mootummaa fi dhaabbata miti mootummaan baasii Birrii miIliyoona 400…
Ispoortii Aston Viilaafi Niwukaasil Yuunaayitid qixa bahan Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017(FMC)- Tapha Piriimar Liigii Ingilaandi sagantaa torbee jalqabaan Aston Viilaafi Niwukaasil Yuunaayitid goolii malee qixa bahan. Astoon Viilaan sa’aatii 8:30…