Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Mooskoo galan Tsehay Guluma May 8, 2025 0 Finfinnee, Ebla 30, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Guyyaa Injifannoo Raashiyaa 80ffaarratti hirmaachuuf har’a ganama Mooskoo galaniiru. Pirezidaanti Taayyeen…
Oduu biyya keessaa Xaa’oo uumamaa fi kan kemiikaalaa waliin makanii fayyadamuun oomishtummaa guddisa jedhame Yonatan Birhanu May 8, 2025 0 Finfinnee, Ebla 30,2017(FMC)- Waqtii gannaa dhufaa jirutti xaa’oo uumamaa fi kan kemiikaalaa waliin makuun fayyadamuun oomishaa fi oomishtummaa guddisuun akka barbaachisu Ministeerri…
Fayyaa Finfinneetti Talaalliin ittisa dhibee Gifiraa torban dhufu eegalee kennama Tsehay Guluma May 8, 2025 0 Finfinnee, Ebla 30, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti talaalliin ittisa dhibee Gifiraa torban dhufuu eegalee kan kennamu ta’uu Biiroon Fayyaa Magaalichaa beeksise. Duulli talaallichaa…
Ispoortii Taphni Maanchister Yuunaayitid fi Atleetik Biilbaa’oo har’a taphatan tapha eegamaa dha Yonatan Birhanu May 8, 2025 0 Finfinee, Ebla 30, 2017(FMC) – Tapha deebii Walakkaa xumuraa Yuurooppaa Liigiin Maanchistar Yuunaaytid dirree isaa Oltraafoorditti halkan saa’a afur irratti Atileetik Biilbaa'oo…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSGn xumuraaf darbe Sifen Megersa May 8, 2025 0 Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Tapha deebii Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har'a taphatameen PSGn Arsenaal injifachuun xumuraaf darbe. PSGn dhaqaa gala galchii 3 fi 1n…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob tajaajila si’ataa dhaabbiidhaan kennuuf dandeessisa -Ogeeyyii… Tsehay Guluma May 7, 2025 0 Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC)- Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob hawaasaaf tajaajila si’ataa dhaabbiidhaan kennuuf kan dandeessisu ta’uu ogeeyyiin miidiyaa ibsan. Teknooloojii…
Oduu biyya keessaa Biyyaaf amanamuu fi hojjetanii hiyyummaa mo’achuun Gootummaa Itiyoophiyaan dhaloota irraa… Tsehay Guluma May 7, 2025 0 Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC)- Gootummaan Itiyoophiyaan dhaloota ammaa irraa barbaaddu amanamummaan biyyaaf hojjechuu fi ciminaan hojjetanii hiyyummaa mo’achuun biyya ceesisuu akka ta’e…
Oduu biyya keessaa Federeeshiniin Dubartootaa Itiyoophiyaa ajandaa walitti qabe Komishinichaaf dhiyeesse Tsehay Guluma May 7, 2025 0 Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Federeeshiniin Dubartootaa Itiyoophiyaa ajandaa galtee marii biyyaalessaaf ta’u Komishinii Maree Biyyaalessaaf dhiyeesseera. Komishinarri Olanaa…
Oduu biyya keessaa Mul’ata Itiyoophiyaa milkeessuuf hundi gahee isaa bahachuu qaba-Dooktar Laggasaa Tulluu Tsehay Guluma May 7, 2025 0 Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Mul’ata Badhaadhina Itiyyoophiyaa milkeessuuf hundi gahee isaa bahachuu qaba jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluun.…
Oduu biyya keessaa Misoomni koriidarii filatamummaa Magaalaan Finfinnee Tuurizimii Konfiransiif qabdu guddisuun ibsame Yonatan Birhanu May 7, 2025 0 Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) - Hojiin misooma koriidarii filatamummaa magaalaan Finfinnee tuurizimii konfiransiif qabdu guddisuun ibsameera. Lammiileen biyya Naayijeeriyaa, Afirikaa…