Bidiruun Haroo Haramaayaarra namoota 8 feetee imalaa turte garagaluun lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Bidiruun Haroo Haramaayaarra namoota 8 feetee imalaa turte garagaluun lubbuun namoota 3 darbuu Poolisiin Kutaa Magaalaa Haramaayaa beeksise.…