Itiyoo Teeleekoomiin Magaalaa Jimmaatti Tajaajila Neetworkii 5G eegalchiise
Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) - Itiyoo Teeleekoomiin Magaalaa Jimmaatti Tajaajila Neetworkii Moobayilaa 5G eegalchiiseera.
Sirna jalqabsiisa neetwoorkii dhaloota shanaffaa (5G)…