Dorgommiin Bareedinaa Afrikaa marsaa 5ffaa gaggeefama jira
Finfinnee, Guraandhala 8, 2017 (FMC)-Dorgommiin Bareedina Afrikaa Marsaa 5ffaa Magaalaa Finfinnee Paarkii Michuummaatti gaggeefama jira.
Dorgommiin kun wagga waggadhan biyyoota Afrikaa…