Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Yaa’ii waliigalaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 10, 2017 (FMC)- Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Yaa’ii ariifachiisaa waliigalaa 3ffaa gaggeessaa jira.
Yaa’ichi bakka koreen hojii raawwachiistuu fi…