Riifoormiin dhaabbatummaa gamtichaa jijjirama bu’uuraa haala fiduun gaggeeffamaa jira-Muusaa Faakii…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017 (FMC)- Riifoormiin dhaabbatummaa gamtichaa jijjirama bu’uuraa haala fiduun gaggeeffamaa jiraachuu Dura Ta’aan Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat ibsan.…