Ispoortii Adaamaan gara liigii olaanootti gadi bu’e Sifen Megersa Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Kilabni Kubbaa Miilaa bulchiinsa magaalaa Adaamaa gara Liigii olaanootti gadi bu’e. Bara 2017 Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa keessatti hirmaachaa kan…
Fayyaa Magaalaa Dabra Birhaanitti haati tokko daa’imman afur ofkalte Ayana Dheressa Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC)- Yuuniivarsiitii Dabra Birhaan Hospitaala Hakiima Gizaawutti haati tokko si’a tokkotti daa’imman afur ofkalte. Hospitaalichatti ogeessi fayyaa…
Oduu biyya keessaa Bara baajata kana daandiin kiiloo meetirri kumni 6 fi 400 suphame – Biiricha Sifen Megersa Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Bara baajata kana Naannoo Oromiyaatti daandiin kiiloo meetirri kumni 6 fi 400 suphame jedhe Biiroon Daandiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa. Daandiin…
Idil Addunyaa Doonaaldi Tiraampi Isiraa’el tarkaanfii akka hinfudhanneef akeekkachiisan Yonatan Birhanu Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17,2017 (FMC) – Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi Isiraa’el lamuu Iraan irratti tarkaanfii akka hinfudhanneef akeekkachiisan. Tiraampi kana kan…
Oduu biyya keessaa Balaa tiraafikaa Walaayittaa Sooddootti qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbe Ayana Dheressa Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC)- Balaa tiraafikaa magaalaa Walaayittaa Sooddootti qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbe. Ajajaa Olaanaan Poolisii magaalichaa Itti aanaan Komaandaraa…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob sirna hammataa lammiileen hundi qixa itti keessummeeffamanidha Ayana Dheressa Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC)- Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob sirna hammataa lammiileen hundi qixa itti keessummeeffamanidha jedhan Hoggantuun Waajjira Ministira Muummeefi…
Ispoortii Oromiyaa 3 – 2 Amaaraa Ayana Dheressa Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Tapha Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan gareen kubbaa miilaa dubartootaa Oromiyaa kan naannoo Amaaraa injifachuun tapha xumuraa Waancaaf darbe. Gareen…
Oduu biyya keessaa Gaaffiin karra galaanaa Itiyoophiyaa deebii akka argatu tattaaffii cimaatu barbaachisa –… Sifen Megersa Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Gaaffiin karra galaanaa Itiyoophiyaa deebii akka argatu tattaaffii cimaatu barbaachisa jedhan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Raashiyaa Evigeenii…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo barattoota ogummaa adda addaan barasiisaa ture eebbisiise Yonatan Birhanu Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 710 har’a eebbisiise. Barattoonni eebbifaman…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Wallaggaa barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 70 eebbisiise Yonatan Birhanu Jun 24, 2025 0 Finfinnee, waxabajjii 17, 2017(FMC) - Yuunivarsiitiin Wallaggaa barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 70 har’a eebbisiise. Barattoonni eebbifaman kunneen sagantaa…