Ispoortii Fiigichi Walakkaa Maaraatoonni 18ffaan xumurame Tsehay Guluma Jun 8, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2017 (FMC )- Dorgommiin fiigicha walakkaa maaraatoonii 18ffaan Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffamaa ture xumurameera. Dhiirotaan Atileet Leellisaa…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa Itiyoophiyaanota gandaan osoo hin qoqqoodiin kan hammatedha- Dooktar Abiy… Ayana Dheressa Jun 7, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Paartiin Badhaadhinaa kanneen duraarra yaadama addaa kan qabuufi Itiyoophiyaanota gandaan osoo hin qoqqoodiin kan hammatedha jedhan Ministirri Muummee FDRI…
Oduu biyya keessaa Yeroo ammaa Itiyoophiyaatti namni waan yaada isaa ibsateef hidhamu hin jiru- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Jun 7, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Yeroo ammaa Itiyoophiyaatti namni aangoo humnaan qabachuuf karoorseefi gurmaa’ee yoo socho’eefi yakkoota biroorratti hirmaate malee yaada isaa waan…
Oduu biyya keessaa Biyya jijjiiramuuf tattaafachaa jirtuuf hanni gufuu guddaadha- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Jun 7, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Biyya jijjiiramuuf tattaafachaa jirtuuf hanni gufuu guddaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Badiin biyyoota addunyaa buufata hin qabne irratti hin raawwatamne Itiyoophiyaarratti raawwatame-… Ayana Dheressa Jun 7, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Badiin biyyoota addunyaa buufata hin qabne irratti hin raawwatamne Itiyoophiyaarratti raawwatameera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Warshaan dhugaatii Keenyaa oomisha isaa ifatti beeksise Ayana Dheressa Jun 7, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Dhaabbiilee qabsoo dinagdee Oromoo keessaa tokko kan ta'e Warshaan dhugaatii Keenyaa har'a ifatti oomishaa isaa gabaaf beeksiseera. Sagantaan oomisha…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen daldalaa faayidaa biyyaalessaa kabachiisuufi hojiilee misoomaa dhalootaaf darban… Ayana Dheressa Jun 7, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Miidiyaaleen daldalaa faayidaa biyyaalessaa kabachiisuufi hojiilee misoomaa dhalootaaf darban ajandaa godhachuun irratti hojjechuu qabu jedhe Tajaajilli…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen dorgommii miidhaginaa addunyaa irratti 2ffaa kan baate Hasseet Darajjeef… Ayana Dheressa Jun 7, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen dorgommii miidhaginaa idil-addunyaa Hindi magaalaa Hayidiraabaaditti gaggeeffamerratti 2ffaa kan…
Fayyaa Dhugaatiin alkoolii Aadaa haala fi qulqullina akkaamiin akka oomishamu to’annoo fi hordoffii cimaatu… Ayana Dheressa Jun 7, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan dhibeewwan daddarboo hin taane sababa dhugaatii Alkooliin dhufan yaaluuf waggaan Doolaara biiliyoona 1.1 ol baafti jedhan ogeeyyiin yaala…
Oduu biyya keessaa Shirri badii diinoonni seenaas ta’ee ergamtoonni Itiyoophiyaa fi ummata isheerratti hawwan hin… Ayana Dheressa Jun 7, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Shirri badii diinoonni seenaas ta'ee ergamtoonni Itiyoophiyaa fi ummata isheerratti hawwan hin milkaa'u jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna…