Fayyaa Dhukkubni Kalee maali? Tsehay Guluma Mar 18, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) –Dhukkubni kalee sababoota garaagaraatiin fayyummaan kalee miidhamee dhiiga qulqulleessuu dadhabuun dhangala’aan xuraawaan qaama keessatti kuufamee…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti misooma jallisii kuduraan lafti hektaarri kumni 400 ol misoome- BQO Ayana Dheressa Mar 18, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti misooma jallisii kuduraan lafti hektaarri kumni 400 ol misoomuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Naannichatti misooma jallisii…
Oduu biyya keessaa Hoggantonnii fi Hojjettonni Yuunivarsiitii Finfinnee hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee daawwatan Tsehay Guluma Mar 18, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) – Hoggantoonni fi Hojjettonni Yuunivarsiitii Finfinnee hojiilee misoomaa garaagaraa magaalaa Finfinnee daawwataniiru. Daawwannicharratti…
Biiznasii Boordiin Invastimantii Oromiyaa Abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii biiliyoona 72 galmeessisaniif… Yonatan Birhanu Mar 18, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) –Boordiin Invastimantii Oromiyaa Abbootii qabeenyaa kuma 2 fi 500 ol Kaappitaala Birrii Birrii 72 ol galmeessisaniif lafa Invastimantii murteesseera.…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa Wixinee Labsii Hoggansa Sodaa Balaa qorachuun Koree dhaabbii ilaallatutti dabarse Ayana Dheressa Mar 18, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Wixinee Labsii Hoggansa Sodaa Balaa Itiyoophiyaa qorachuun koree dhaabbii ilaallatuuf dabarse. Manni marichaa…
Idil Addunyaa Mariin Fooramii jiloota addaa adeemsa nageenya Sudaan gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Mar 18, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) – Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) Marii Fooramii jiloota addaa adeemsa nageenyaa Sudaan Finfinneetti gaggeessaa jira. Barreessaa…
Biiznasii Misooma bunaa Itiyoophiyaaf liqiin yeroo dheeraa Yuuro miliyoonni 10 eeyyamame Yonatan Birhanu Mar 18, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 9,2017(FMC) – Mootummaan xaaliyaanii fuuncaa sonaa misooma bunaa Itiyoophiyaa garggaaruuf liqii yeroo dheeraa yuuroo Miliyoona 10 eeyyamuun ibsame. Abbaan Taayitaa…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Olaanoo Mootummaa hojiilee misoomaa magaalaa Samaraa daawwatan Ayana Dheressa Mar 18, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) – Hoggantonni Olaanoon Mootummaa Naannoo Afaar Magaalaa Samaraatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwataniiru. Daawwannicharratti Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Xaa’oo kuntaala miiliyoona 10 ol qonnaan bulaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuun… Ayana Dheressa Mar 18, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti xaa’oo Kuntaala miiliyoona 10 ol qonnaan bulaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu Ejensiin Babal'ina Waldaalee Hojii Gamtaa Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Tattaaffiin filmaatawwan buufata doonii babal’isuu cimee akka itti fufu gaafatame Ayana Dheressa Mar 18, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) – Daldala al-ergiifi galii guddachaa dhufe saffisiisuuf filmaatawwan buufata doonii babal’isuun dhimmi murteessaa ta’uu abbootiin qabeenyaa fi waldaaleen…