Adaamaatti Manneen lukkuu fi sheediiwwan nyaata dhiyeessan namoota harka qalleeyyiif kennaman
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti manneen lukkuu kuma tokkoo fi sheediiwwan nyaata saffisaa daandiirraa dhiyeessuuf gargaaran namoota harka qalleeyyiif…