Oduu biyya keessaa Dhiyeessa Xaa’oo Godina Arsii Sifen Megersa Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Godina Arsiitti hanqina dhiyeessii callaa guddiftuu caalmaatti fooyyeessuuf hojjatamaa jiraachuu ibsame. Xaa’oo bara oomishaa 2017/2018'f oolu Kuntaala…
Idil Addunyaa Moorookootti Bidiruun Godaantoota feetee imalaa turte dhidhimuun lubbuun namoota 69 darbuun ibsame Tsehay Guluma Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC)- Moorookootti Bidiruun godaantoota feetee imalaa turte dhidhimuun lammiilee Maalii 25 dabalatee lubbuun namoota 69 darbuun ibsame. Bidiruun Ispeen ga'uuf…
Ispoortii Tapha Waancaa Itiyoophiyaan Shaggar marsaa 3ffaaf darbe Sifen Megersa Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Tapha Waancaa Itiyoophiyaa marsaa 2ffaa tapha 2ffaa har’a taphatameen Shaggar kilaba 2ffaa marsaa 3ffaaf darbe ta’eera. Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Daandiilee rakkoolee hawaasummaa furuuf gargaaran keessa tokko tola ooltummaadha-Obbo Mahaammad… Tsehay Guluma Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC)- Daandiilee rakkoolee hawaasummaa furuuf gargaaran keessa tokko tola ooltummaa ta’uu Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Mahaammad Idiris ibsan.…
Oduu biyya keessaa Sibuu Sireetti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 11 darbe Debela Tadesse Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC)- Godina Wallagga Bahaa Aanaa Sibuu Sireetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun Namoota 11 darbe. Balichis konkolaataa ‘Sinoo Tirakii’ jedhamuu Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Maqeedooniyaa daawwatan Tsehay Guluma Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen giddugala deeggarsa dhukkubsatoota Sammuu fi Maanguddootaa Maqeedooniyaa daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa milkiin akka xumuramu tola ooltoonni gumaacha olaanaa qabu –… Sifen Megersa Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa milkiin akka xumuramu tola ooltoonni gumaacha olaanaa qabaachuu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon…
Oduu biyya keessaa Damee konistiraakshinii malaammaltummaa irraa bilisa ta’ee hogganamuu qaba-KNFMO Debela Tadesse Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC)- Damee konistiraakshinii beekumsaan malaammaltummaa irraa bilisa ta'ee hogganamuu akka qabu Komishiniin Namusaa fi Farra Malaammaltummaa Oromiyaa hubachiise.…
Oduu biyya keessaa Hanga halkan sa’aatii 4:00tti daballii taarifaa malee tajaajilli Geejjibaa akka kennamu biirichi… Tsehay Guluma Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) - Qaamoleen Magaalaa Finfinneetti tajaajila geejjiba Ummataa kennan taarifa idileen hanga sa’aatii 4:00’tti tajaajila akka kennan biiroon Geejjiba magaalichaa…
Teeknooloojii Konkolaattota Boba’aa yeroo dheeraaf tajaajilan kan Elektirikaan bakka buusuuf hojjetamaa jiraachuu… Tsehay Guluma Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Hojiin Konkolaattota Boba’aa yeroo dheeraaf tajaajilan kan Elektirikaan bakka buusuu hojjetamaa jiraachuu Biiroon Geejjibaa Magaalaa Finfinnee beeksise.…