Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fichee Cambalaalaa milkiin xumurame Ayana Dheressa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Ayyaanni bara haaraa Uummata Sidaamaa Fichee Cambalaalaan milkiin xumuramuu Komishiniin Poolisii naannichaa beeksise. Ayyaanichi bakka uummanni…
Oduu biyya keessaa Ummanni dursee yeroo lakkaa’uu beeku ummata qaroomaadha – Pireezidaanti Shimallis… Sifen Megersa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan kabaja ayyaana Fichee Cambalaalarratti argamaniiru. Ummanni dursee yeroo…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Sudaan Kibbaa marii tumsa diinagdee cimsu mari’atan Sifen Megersa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyi Minsitira Maallaqaa fi Eegataan Ministira Boba’aa Sudaan Kibbaa Dooktar Maariyaan…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen bu’a qabeessummaa sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuuf qindoominaan akka hojjetan… Ayana Dheressa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Bu’a qabeessummaa sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuuf dhaabbileen hojimaata qindaa’aafi walsimu hojiirra oolchuu akka qaban Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Fichee Cambalaalaa hawwata Tuuriiziimii waliin walitti hidhuun barbaachisaadha – Salamaawiit… Sifen Megersa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Kabaja Ayyaana Fichee Cambalaalaa iddoolee hawwata Tuuriiziimii naannichaa waliin walitti hidhuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Ministeera Tuuriizimii…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fichee Cambalaalaa duudhaalee bu’uura tokkummaa kan qabuudha- Obbo Dastaa Leeddaamoo Ayana Dheressa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Ayyaanni Fichee Cambalaalaa duudhaalee bu’uura Ida’amuu, Walkabajaafi tokkummaa of keessatte kan hammate ta’uu Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fichee Cambalaalaa ayyaana xabboo Uummanni Sidaamaa badhaadhina Itiyoophiyaaf gumaache-… Ayana Dheressa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Ayyaanni Fichee Cambalaalaa ayyaana xabboo Uummanni Sidaamaa badhaadhina Itiyoophiyaaf gumaache ta’uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Ayyaana Iid Alfaxir sababeeffachuun namoota harka qalleeyyiif maaddii… Ayana Dheressa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Ayyaana Iid Alfaxir Waggaa 1446ffaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyii kuma 100'f maaddii qoodeera. Kantiibaan…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fichee Cambalaalaa kabajamaa jira Sifen Megersa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017(FMC) – Ayyaanni bara haaraa Ummata Sidaamaa Fichee Cambalaalaan Magaalaa Hawaasaa Gudumaaleetti kabajamaa jira. Kutaaleen hawaasaa hedduun sirnicharratti…
Oduu biyya keessaa Hundeeffama Shaggariin booda walga’iinsi bu’uuraalee misoomaa fooyya’e – Jiraattoota Sifen Megersa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Hundeeffama Magaalaa Shaggariin booda walga’iinsi bu’uuraalee misoomaa fooyya’uu jiraattotni kutaa Magaalaa Kooyyee Faccee ibsan. Waggoota lamaan…