Oduu biyya keessaa Obbo Dastaa Leeddaamoon ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa obbo Dastaa Leeddaamoon ayyaana bara haaraa Ummata Sidaamaa Fichee Caambaalaalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Oduu biyya keessaa Jaappaan Itiyoophiyaaf xaa’oo kuntaala kuma 63 ol deeggarsa taasiste Ayana Dheressa Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Mootummaan Jaappaan Oomishtummaa Qonnaa Itiyoophiyaa deeggaruuf xaa’oo Yuuriyaa kuntaala kuma 63 ol deeggarsa taasise. Ministir Deetaan Ministeera…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi daandii Aspaaltii Gincii- Shikutee % 72 irra gahe Ayana Dheressa Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Kiiloomeetira 59 kan dheeratu Ijaarsi daandii Aspaaltii Gincii-Shikutee % 72 irra gahuu Bulchiinsi Daandiiwwanii Itiyoophiyaa beeksise. Aanaalee fi…
Oduu biyya keessaa Jireenyi carraa miti, carraaqqiidha – Obbo Kumaa Gabbisaa Sifen Megersa Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Obbo Kumaa Gabbisaan jiraataa Kutaa Magaalaa Kooyyee Faccee Aanaa Waddeessaati. Qaama fayyaa dhalachuun yeroon booda rakkoon qaamaa kan isa mudate…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Misgaanuun Ministira Dhimmoota Afrikaa Ingiliiz waliin mari’atan Sifen Megersa Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Ministira mirgoota namoomaa, hariiroo gamhedduu fi dhimmoota Afrikaa Ingiliiz…
Biiznasii Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa sirna kaffaltii Maaster Kaardii eegalchiise Ayana Dheressa Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Dhaabbata kaffaltii idil-addunyaa Maastar Kaardii waliin ta’uun sirna kaffaltii Maaster Kaardi eegalchiiseera. Sirni…
Oduu biyya keessaa Galmoota Badhaadhina waloo milkeessuun hojiilee hojjetamaniin bu’aawwan abdachiisaan argaman… Tsehay Guluma Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Hasaasaatti inisheetiivii misooma qamadii jallisii…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Inisheetiviiwwan 28 hojirra oolaa jiraniin bu’aan qabatamaan argamaa jira Tsehay Guluma Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Inisheetiviiwwan 28 Mootummaan Naannoo Oromiyaa bocee hojiirra oolche bu’aa qabatamaa argamsiisaa jiraachuun ibsame. Mootummaan Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee muudama garaagaraa kenne Ayana Dheressa Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee muudama garaagaraa kenne. Haaluma Kanaan:- Aadde Ayishaa Mahaammad- Komishinara Komishinii Invastimantii Obbo…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fichee Cambalaalaa ijaarsa Seenessa Waloo keessatti gahee olaanaa qaba- Tajaajila… Ayana Dheressa Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 ( FMC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Ayyaana jijjiirraa baraa Uummata Sidaamaa Fichee Caambalaalaa sababeeffachuun ergaa baga geessannii dabarseera.…