‘Heer Iseen’ walitti hidhamiinsa Ummattoota Itiyoophiyaa, Jibuutii fi Somaaliyaa cimsuuf…
Finfinnee, Amajjii 15,2017 (FMC)- Seerri aadaa hinbarreeffamin hawaasa Isaa Somaalee "Heer Isee" jedhamuun beekamu walitti hidhamiinsaa fi obbolummaa ummattoota Itiyoophiyaa,…