Yeroo jalqabaaf oomishni kuduraalee Dooniin gabaa alaaf dhiyaatan
Finfinnee, Sadaasa 2, 2017 (FBC)-Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf oomishalee kuduraa Dooniidhaan fe’uun gabaa Awurooppaaf dhiyeessuu eegaluu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Dhaabbanni Itiyoo…