Oduu biyya keessaa Xiyyaarri ‘Airbus A350 – 1000’n gara Dubaayitti balallii taasiise Tsehay Guluma Nov 8, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 29, 2017 (FBC) – Xiyyaarri Afrikaatti kan jalqabaa 'Airbus A350 – 1000'n balallii 2ffaa gara Dubaayitti taasiisu Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Kinshaasaatti Daandiin Qilleensaa haaraan Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa %49 qooddatu hojii… Tsehay Guluma Nov 8, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 29, 2017 (FBC)-Rippaabilikii Dimokiraatawaa Koongoo magaalaa kiinshaasaatti Daandiin Qilleensaa haaraan Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa %49 qooddatuu…
Idil Addunyaa Pireezidaanti Joo Baayidaan karaa nagaan aangoo dabarsuuf waadaa galan Sifen Megersa Nov 7, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC) - Yeroo aangoo isaanii xumuraa kan jiran Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidaan karaa nagaan aangoo dabarsuuf waadaa galaniiru. Paartii…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Rippaablika Seeraaliyoonii fi Ministirri Muummee Giinii hojiilee Riifoormii Humna… Tsehay Guluma Nov 7, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin Rippaablika Seeraaliyoon Juuliiyas Maadaa Baayoo fi Ministirri Muummee Giinii Amaaduu Uurii Baahiin hojiilee Riifoormii Humna…
Oduu biyya keessaa Xiyyaarri ‘Airbus A350-1000’n balaalli jalqabaa Leegositti taasise Tsehay Guluma Nov 7, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC) – Xiyyaarri Airbus A350 -1000’n Itiyoophiyaa, Afrikaatti kan jalqabaa balallii isaa jalqabaa Naayijeeriyaa magaalaa Leegositti taasiseera.…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Barnootaa Ministeera Saayinsii fi Barnoota Olaanoo Raashiyaa waliin waliigaltee… Debela Tadesse Nov 7, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC)- Ministeerri Barnootaa, Ministeera Saayinsii fi Barnoota Olaanoo Raashiyaa waliin walta’iinsaan hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteesseera.…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti namoonni kutaalee magaalichaa garaagaraa keessa socho’uun yakka raawwachuun shakkaman… Sifen Megersa Nov 7, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC) – Finfinneetti namoonni kutaalee magaalichaa garaagaraa keessa socho’uun yakka raawwachuun shakkaman 17 meeshaalee adda addaa waliin harkaaf harkatti…
Oduu biyya keessaa Gaaffiilee misoomaa osoo hin deebi’in bubbulan deebisuuf hojjetamaa jira – Obbo Dabalee Qaabataa Sifen Megersa Nov 7, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC) – Jilli Komishinara Komishinii Gumrukaa Obbo Dabalee Qaabataan durfamu Magaalaa Najjootti hawaasa waliin mari’ateera. Jilichi hojiilee misoomaa fi…
Oduu biyya keessaa Yaaddannoon Injifannoo Adwaa Finfinneen giddugalaa koonfarnsii akka taatu gumaachaa jira-Aadde… Debela Tadesse Nov 7, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC)- Yaadannoon Injifannoo Adwaa konfiraansiiwwan sadarkaa Afrikaa fi Idil Addunyaa keessummeessuun Magaalaan Finfinnee giddugala koonfiraansii akka…
Oduu biyya keessaa Raadiyoon qunnamtii garee shororkeessaa Shaneef darbuuf ture to’atame Tsehay Guluma Nov 7, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC)-Raadiyoon qunnamtii garee shororkeessaa Shaneef darbuuf ture Ajaja 6ffaa Miseensoota Korii tokkoon to’atamuun ibsame. Finfinneerra ka’uun bakka Alii…