Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafikaan Lubbuun Namoota 7 darbe Debela Tadesse Jan 20, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)- Naannoo Tigraay Aanaa Kilitte Awulaalootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 7 darbuun ibsame. Balichi konkolaataa Minibaasii Hawuzeen irraa…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Ahimad Shideen Hoggantoota Dhaabbilee Chaayinaa waliin mari’atan Debela Tadesse Jan 20, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)- Jilli Ministira Ministeera Maallaqa Obbo Ahimad Shideen durfamu Chaayinaatti Hoggantoota Dhaabbilee Idil Addunyaa biyyattii waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Cuuphaa fi Qaanaa Galiilaa haala hoo’aan kabajamee xumuramu Humni Waloo beeksise Debela Tadesse Jan 20, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Ayyaanni Cuuphaa fi Qaanaa Galiilaa haala Hoo’an kabajamee xumuramu Humni Waloo Nageenyaa fi Tasgabbii Biyyaalessaa beeksise. Humnichi Waloo ibsa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen tuuristoota Ayyaana Cuuphaarratti hirmaatan waliin mari’atan Debela Tadesse Jan 20, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Tuuristoota Ayyaana Cuuphaa Magaalaa Goondaritti kabajamerratti hirmaatan waliin mari’ataniiru.…
Idil Addunyaa Naayijeeriyaatti Bootteen boba’aa garagaluun dhohiinsa mudateen lubbuun namoota 77 darbe Sifen Megersa Jan 20, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC) – Naayijeeriyaatti Botteen boba'aa fe'ee ture garagaluu hordofee, namoonni boba'aa waraabbachuuf fiigaa turan 77 du'an. Naayijeeriyaa Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Sirni ‘Cidha Kumee’ Dilbata dhufu gaggeeffama Debela Tadesse Jan 20, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)- Sirni ‘Cidha Kumee’ bara 2017 mata duree “Maatii Dhaabbachuun Biyya Ijaaruudha” jedhuun Dilbata dhufu kan gaggeeffamu ta’uun ibsame. Sirna kanaaf…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraah Sirna Tajaajila Giddugala Tokkoo “Gaaddisa Odaa” daawwatan Debela Tadesse Jan 20, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pireezidaantiin Itti Aanaa Paartii…
Biiznasii Daldala Alergeerraa Doolarrii biiliyoonni 3.2 ol argamuun ibsame Tsehay Guluma Jan 20, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Baatiwwan jahan darban daldala Alergeerraa galiin Doolaara biiliyoona 3.28 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfiin namoota gocha seeraan alaarratti hirmaatanirratti fudhatamu cimee itti fufa –… Sifen Megersa Jan 20, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC) – Tarkaanfiin namoota gocha seeraan alaarratti hirmaatanirratti fudhatamu cimee kan itti fufu ta’uu Tajaajilli Nageenya Faayinaansii beeksiise. Yakki…
Oduu biyya keessaa Jimmaatti lafa hektaara kuma 40 ol irraa Buna gamashuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame Tsehay Guluma Jan 20, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Godina Jimmaatti lafa hektaara kuma 40 ol irraa buna gamashuun hojjetamaa jiraachuun ibsameera. Godinicha Aanaa Maannaatti hojiin duulaan buna dulloome…