Oduu biyya keessaa Fayyadamtoonni bishaan dhugaatii miiliyoona 74 qaqqabuun ibsame Debela Tadesse Dec 30, 2024 0 Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC)-Waggoottan jijjiiramaa darban hojiilee hojjetamaniin fayyadamtoonni bishaan dhugaatii miiliyoona 74 qaqqabuu Miseensii Koree Giddugaleessaa paartii…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Waraana Bilisummaa Oromoo leenjii Haaromsaa fudhachaa jiran hojiilee misoomaa daawwatan Sifen Megersa Dec 30, 2024 0 Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Miseensonni Waraana Bilisummaa Oromoo leenjii Haaromsaa fudhachaa jiran magaalaa Adaamaatti hojiilee misoomaa daawwataniiru. Miseensonni WBO walii galtee…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphoonni tibba ayyaana qillee har’as itti fufuun ni taphatamu Sifen Megersa Dec 30, 2024 0 Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 19ffaan morkiin tibba ayyaana qillee har’as itti fufuun ni taasiifamu. Har’a halkan sa’aatii 4:45 eegalee…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Qilleefi Cuuphaaf hanqinni dhiyeessii oomishaalee garaa garaa akka hin uumamne hojjetamaa… Sifen Megersa Dec 30, 2024 0 Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Ayyaana Qilleefi Cuuphaaf hanqinni dhiyeessii oomishaalee garaa garaa akka hin uumamne hojjetamaa jiraachuu Biiroon Daldalaa Oromiyaa. Biirichi hanqinni…
Oduu biyya keessaa Barattoonni kumni 400 fi kumni 99 ol qormaata seensa Yuuniversiitii fudhachuuf galmaa’uu ibsame Sifen Megersa Dec 30, 2024 0 Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Bara barnootaa 2017 qormaata seensa Yuunivarsiitii fudhachuuf hanga ammaatti barattoonni kumni 400 fi kumni 99 ol galmaa’uu Tajaajilli Barnootaa fi…
Fayyaa Finfinneetti Duulli Talaallii ittisa Kaansarii Fiixee Gadameessaa kennamu eegale Tsehay Guluma Dec 30, 2024 0 Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Biiroon Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee duula talaallii ittisa kaansarii Fiixee gadameessaa ifatti eegalchiiseera. Saganticharratti Hogganaan Biiroo…
Biiznasii Oomisha Muuzii gabaa Baha Giddugaleessaaf dhiyeessuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Dec 30, 2024 0 Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Oomisha Muuzii gabaa Baha Giddugaleessaaf dhiyeessuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu Naannoon Kibba Itiyoophiyaa beeksise. Naannichatti yeroo ammaa…
Oduu biyya keessaa Masaraan biyyaalessaa haaromsame eebbifame Sifen Megersa Dec 30, 2024 0 Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Masaraan biyyaalessaa haaromsamaa ture Bakka Ministirri Muummee DFRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti eebbifameera. Hoggantoonni olaanoon mootummaa…
Oduu biyya keessaa Shorokeessitoota 81 hidhaa waggaa 20 hanga waggaa 10’n akka adabaman itti murtaa’e Debela Tadesse Dec 30, 2024 0 Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC)-Oromiyaa Godina Harargee Lixaa fi naannawichatti gocha shororkesummaa kanneen raawwachaa turan shororkeesitoonni 81, hidhaa cimaa waggaa 20 hanga waggaa 10’n…
Fayyaa Waggoottaan sadan darban qofa dhaabbileen Fayyaa 700 ol ijaaramuu ibsame Sifen Megersa Dec 29, 2024 0 Finfinnee, Mudde 20, 2017 (FMC) – Paartiin Badhaadhinaa akkaatuma waadaa ummataaf galeen Waggoottaan sadan darban qofa dhaabbileen Fayyaa 700 ol ijaaramuu Ministir Deetaan Ministeera Fayyaa…