Oduu biyya keessaa Raashiyaan bu’uuraalee misooma Anniisaa Yuukreen haleelte Sifen Megersa Dec 13, 2024 0 Finfinnee,Mudde 4, 2017 (FMC) – Raashiyaan bu’uuraalee misooma Anniisaa Yuukreenirratti haleellaa bal’aa ta’e raawwachuu Raayyaan Ittisaa biyyattii beeksise. Haleellaan kun haleellaa…
Oduu biyya keessaa Godina Wallagga Lixaa fi Shawaa Kaabaatti miseensoonni WBO karaa nagaan galaa jiru Sifen Megersa Dec 13, 2024 0 Finfinnee,Mudde 4, 2017 (FMC) – Godina Wallagga Lixaa fi Shawaa Kaabaa aanaalee garaagaraatti miseensoonni WBO karaa nagaan galaa jiru. Godina Wallagga Lixaa fi Shawaa Kaabaa Aanaalee…
Oduu biyya keessaa Jilli Piroofesar Birhaanuun durfamu Godina Arsii aanaalee adda addaatti hojiilee misoomaa daawwate Sifen Megersa Dec 13, 2024 0 Finfinnee,Mudde 4, 2017 (FMC) – Jilli Ministira Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan durfamu Godina Arsii aanaalee garaagaraatti hojiilee misoomaa daawwate. Jilli kun aanaa…
Biiznasii Dooniin Xaa’oo biyyoo Kuntaala kuma 500 fi kuma 50 ol feete Jibuutii geesse Sifen Megersa Dec 13, 2024 0 Finfinnee,Mudde 4, 2017 (FMC) – Dooniin Xaa’oo biyyoo Daappii jedhamu Kuntaala kuma 500 fi kuma 50 ol feete Jibuutii gahuu Korporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Itiyoophiyaa beeksise. Xaa’oon…
Oduu biyya keessaa Ministiroonni Magaalaa Samaraatti hojiilee misoomaa daawwatan Sifen Megersa Dec 13, 2024 0 Finfinnee,Mudde 4, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injinar Habtaamuu Ittafaa fi Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kamiil Magaalaa…
Fayyaa Manni Marichaa Qorichaa fi galteewwan Wal’aansa Birrii miiliyoona 800 olitti tilmaamamu… Tsehay Guluma Dec 13, 2024 0 Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC)-Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa qorichaalee fi galteewwan wal’aansaf oolan Birrii miiliyoona 800 olitti tilmaamamu Hospitaaloota shaniif…
Oduu biyya keessaa Misooma Kooriidariin hojiileen eegalaman bu’aa qabeessa ta’aa jiru-Obbo Adam Faaraah Tsehay Guluma Dec 13, 2024 0 Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC)- Magaalota miidhagoo fi ammayyaa’oo taasisuuf misooma kooriidariin sochiileen eegalaman bu’aa qabeessa ta’aa jiru jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti shakkamtoonni ergama garee shororkeessaa raawwachuuf socho’aa turan to’ataman Tsehay Guluma Dec 13, 2024 0 Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC)- Finfinneetti shakkamtoonni ergama garee shororkeessaa raawwachuuf socho’aa turan afur to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksise. Poolisiin…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan misooma qamadii Aanaa Agaarfaa daawwatan Tsehay Guluma Dec 13, 2024 0 Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan Godina Baalee Aanaa Agaarfaatti misooma qamadii kilaastaraan misoomaa jiru daawwatan.…
Oduu biyya keessaa Magaala Cichoomtuu onnee Afrikaa; Finfinnee Sifen Megersa Dec 12, 2024 0 Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) – Daayrekarri Olaanaan Mana Barumsa Biyyaalessa Afrikaa Kibbaa Buusaanii Nigkaaweeniin waa'ee magaalaa Guddaa Afrikaa Finfinnee Deeyilii Maaviikiin…