Hojjetaan baankii akkaawuntii maamiltootarraa Maallaqa gara Akkaawuntii ofiitti dabarse adabbii…
Finfinnee,Mudde 3, 2017 (FMC) – Hojjetaan Baankii Abisiiniyaa akkaawuntii maamiltoota 16 irraa Birrii kuma 500 ol gara Akkaawuntii ofiitti dabarsuun himatame adabbii cimaa waggaa 14 fi…