Oduu biyya keessaa Godinichatti Paampiiwwan Kumni 2 Qonnaan Bultootaaf raabsaman Tsehay Guluma Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)-Godina Jimmaatti paampiiwwan misooma jallisiif oolan kumni 2 qonnaan bultootaaf raabsamuun ibsameera. Godinichatti carraa bishaanii jiru…
Fayyaa Ministeerichi Biiroolee Fayyaa Naannoolee fi bulchiinsa Magaalootaaf deeggarsa taasise Tsehay Guluma Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)-Ministeerri Fayyaa Biiroolee Fayyaa Naannoolee,BulchiinsaMagaaloota, Dhaabbiilee Itti waamamtootaa fi Hospitaalootaaf Konkolaattootaa fi deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Yaa’ii COMESA 19ffaarratti hirmaachaa jirti Debela Tadesse Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)-Itiyoophiyaan Yaa’ii Ministiroota Gabaa Waloo Biyyoota Afrikaa Bahaa fi Kibbaa 19ffaa Burundii Bujumburaatti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Jarman Waliigaltee Yuuroo miiliyoona 30 mallatteessan Debela Tadesse Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Mootummaa Jarman waliigaltee deeggarsaa Yuuroo miiliyoona 30 mallatteessaniiru. Deeggarsichas, Itiyoophiyaatti damee qonnaan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan gahee dippiloomaasii naannawaa, ardii fi sadarkaa idil addunyaatti qabdu guddisuun… Sifen Megersa Oct 29, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan gahee dippiloomaasii naannawaa, ardii fi sadarkaa idil addunyaatti qabdu guddisuun tumsaan kan hojjettu ta’uu Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Sirna Barnootaa kan fooyyessinu dhaloota Itiyoophiyaa hiyyummaa keessaa baasuu danda’u horachuufi… Sifen Megersa Oct 29, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Ministeera Barnootaa raawwii hojii kurmaana jalqabaa bara 2017 irratti mari’ataniiru. Sirna Barnootaa biyyattii…
Oduu biyya keessaa Qocholoowwan diinaa gabaabaatti hambisuuf rakkoo keessoo furuun barbaachisaadha – Ambaasaaddar… Tsehay Guluma Oct 29, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Qocholoowwan diinaa gabaabaatti hambisuuf rakkoo keessoo furuun barbaachisaa ta’uu Daayrektarri Jeneraalaa Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya…
Idil Addunyaa Naa’iim Qaasiim hogganaa garee Hidhattoota Hiizboolaahii ta’uun filataman Tsehay Guluma Oct 29, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Gareen Hidhattootaa Libaanoos Hiizboolaahiin Naa’iim Qaasiim hogganaa garichaa taasisuun filateera. Hogganaa garichaa kan turan Hasan…
Oduu biyya keessaa Ragaan mirkaneessa qabiyyee lafaa miiliyoonni 28 qonnaan bultootaaf kannamuu ibsame Sifen Megersa Oct 29, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Ragaan mirkaneessa qabiyyee lafaa sadarkaa 2ffaan miiliyoonni 28 qonnaan bultootaaf kannamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Deeggarsa Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Injiinar Taakkalaan Dhimmoota Nageenyaa Daandii Baaburaarratti Obbo Musxaafee Mahaammad waliin… Tsehay Guluma Oct 29, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) –Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Korporeeshinii Geejjiba Baaburaa Itiyoo Jibuutii Injiinar Taakkalaa Uumaan haalota nageenyaa daandii Baaburaa cimsuu…