Ispoortii Yaa’iin Waliigalaa CAF 46ffaan gaggeeffamuu eegale Tsehay Guluma Oct 22, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2017 (FBC) – Yaa’ii Waliigalaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa 46ffaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Yaa’icharratti Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Seenesssa dogoggoraa Oromoo ilaalchisee barreeffamaa turan sirreesuuf inistitiyuutichi hojjechaa… Debela Tadesse Oct 22, 2024 0 Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Seenesssa dogoggoraa ummata Oromoo ilaalchisee barreeffamaa turan sirreesuuf Inistiitiyuutii Qo'annoo fi Qorannoo Oromoo xiyyeeffannaan hojjechaa…
Oduu biyya keessaa Pirojektiin Bishaan dhugaatii Mayyuu Mulluqqee waggaa 24 tajaajilaaf qaqqabe Debela Tadesse Oct 22, 2024 0 Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Godina Harargee Bahaa Pirojektiin bishaan dhugaatii qulqulluu Mayyuu Mulluqqee baasii Birrii Miiliyoona 380 oliin ijaarame tajaajila kennuu eegale.…
Oduu biyya keessaa IMF walta’iinsa Itiyoophiyaa waliin qabu daran akka cimsu beeksise Debela Tadesse Oct 22, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Dhaabbanni maallaqaa Addunyaa (IMF) dhimmoota guddinaa fi misooma waaraarratti walta’iinsa Itiyoophiyaa waliin qabu daran cimsee kan itti fufu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 37ffaa bara Fananjootaa 2029 gaggeeffamu akka… Sifen Megersa Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 37ffaa bara Fananjootaa 2029 gaggeeffamu akka qopheessitu carraan akka…
Oduu biyya keessaa Kantiibaa Adaanech balaa Ibiddaa naannawa Shammaa Taraatti mudateen qabeenyi barbadaa’uusaatti… Sifen Megersa Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) –Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen balaa Ibiddaa naannawa Shammaa Taraatti mudateen qabeenyi barbadaa'uusaatti gadduu ibsaniiru. Balaa…
Ispoortii Pireezidaantiin FIFA Jiyaanii Infaantiinoon Finfinnee galan Sifen Megersa Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) –Pireezidaantiin Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa Jiyaanii Viincheenzoo Infaantiinoon Finfinnee galaniiru. Jiyaanii Viincheenzoo Infaantiinoon Yaa'ii…
Oduu biyya keessaa Galmi Afrikaa haala ajaa’ibsiisaan haaromuu isaan Afrikaanoonni hundi baga gammaddan –… Sifen Megersa Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Galmi Afrikaa haala ajaa'ibsiisaan haaromuu isaan Afrikaanoonni hundi baga gammaddan jedhan. Gamoowwan,…
Oduu biyya keessaa Balaa Ibiddaa Markaattoo Naannawaa Shammaa taraa jedhamutti mudate to’achuuf hojjetamaa jira… Sifen Megersa Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Balaa Ibiddaa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaa Markaattoo Naannawaa Shammaa Taraa jedhamutti mudate to'achuuf hojjetamaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Galmichi galma qofa osoo hin taane mallattoo sagalee Afrikaati – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Abiy Ahimad Gamoo Dhaabbanni Tokkummaa Afrikaa Itti hunda’e haaromsi taasiifameef eebbisiisaniiru. Gamoon kun bakka…