Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Antooniyoo Guutareez waliin mari’atan Tsehay Guluma Oct 22, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Boordichi Paartilee Siyaasaa 11’rratti murtoo dhorkii dabarse Debela Tadesse Oct 22, 2024 0 Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa yaa’ii waliigalaan, oodiitiin, miseensa dubartootaan deeggarsa maallaqaa argamuun walqabatee xalayaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Waliigalaa CAF Finfinneetti gaggeeffamaa ture xumurame Tsehay Guluma Oct 22, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2017 (FBC) –Yaa’iin 46ffaa Waliigalaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa (CAF) Finfinneetti gaggeeffamaa ture murtoowwaan garaagaraa dabarsuun xumurameera.…
Oduu biyya keessaa Sirni Awwaalcha Gaazexeessaa Firaa’ol Taaddasaa raawwate Debela Tadesse Oct 22, 2024 0 Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Sirni Awwaalcha Gaazexeessaa Firaa’ol Taaddaasaa, Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Yaayyaa Gullalleetti raawwateera. Gaazexeessaa Firaa’ol Taaddasaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan hojiilee misoomaa Godina Iluu Abbaa Boor daawwatan Tsehay Guluma Oct 22, 2024 0 Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan godina Iluu Abbaa Booritti Hojiilee misoomaa garaagaraa daawwataniiru. Haaluma kanaan…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen CAF gaaffii Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa qopheessuuf dhiyeessite akka… Tsehay Guluma Oct 22, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2017 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen CAF gaaffii Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa qopheessuuf dhiyeessite akka simatuufi raggaasisu waamicha…
Oduu biyya keessaa Hojiirra oolmaa Imaammaata nageenya Saayibeeriif qooda fudhattoonni gahee isaanii akka bahatan… Debela Tadesse Oct 22, 2024 0 Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)-Imaammaata nageenyaa Saayibeerii biyyaalessa hojiirra oolchuuf qooda fudhatoonni gahee isaanii bahachuu akka qaban gaafatame. Bulchiinsi Nageenyaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalichaa Liizii Lafaa Heektaara 14.3 Caalbaasiif dhiyeessee Tsehay Guluma Oct 22, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2017 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Liizii lafaa Heektaara 14.3 Caalbaasiif dhiyeesseera. Liiziin caalbaasii kun Onkololeessa 8-21, 2017 banaa taasisuu…
Oduu biyya keessaa Boordichi kaffaltii tajaajila paatilee siyaasaa fooyyessuu beeksise Debela Tadesse Oct 22, 2024 0 Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa galmee paartilee siyaasaa, beekkamtii guutuu fi fooyyessa sanadaa irratti hamma kaffaltii tajaajilaa…
Ispoortii Taphoonni Shaampiyoonsi Liigiin Awurooppaa torbee 3ffaa har’a ni gaggeeffama Debela Tadesse Oct 22, 2024 0 Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa torbee 3ffaan har’a galgala ni gaggeeffamu. Tapha kanaan Riyaal Maadiyriid Doortimandi waliin morkiin…