Oduu biyya keessaa Godaantoonni 169 gara Biyyaatti deebi’an Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Godaantoota seeraan alaa169 balallii marsaa lamaan gara biyyaatti deebisuu Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophiyaa beeksise. Embaasichi Dhaabbata Godaantoota…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin xumuraa Guyyaa Farra Malaammatummaa Idil Addunyaa bakka Pireezidaanti Taayyeen… Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Waltajjiin xumuraa guyyaa Farra Malaammatummaa Idil Addunyaa bakka pireezidaantiin FDRI Taayyeen Atsiqasillaaseen argamanitti Yaadannoo Injifannoo Adwaatti…
Oduu biyya keessaa Zooniin Addaa Diinagdee beekkamtii Magarisummaa akka argataniif waliigalteen dandeessisu mallattaa’e Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Zooniin Addaa Diinagdee Sadarkaa Idil Addunyaatti beekkamtii magarisummaa akka argataniif waliigalteen dandeessisu mallattaa’e Waliigalticha Daayrektarri…
Teeknooloojii Marsariitiin seerota taaksii fi qaraxaa 300 ol argachuuf gargaaru ifoome Debela Tadesse Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Marsariitiin seerota taaksii fi qaraxaa 300 ol salphaatti argachuuf gargaaru Ministeera Maallaqaan ifoomeera. Seeronni kunneen Afaanota Amaaraa fi…
Ispoortii Taphni Juuveentus Maanchister Siitii waliin taasisu hawwiin eegama Debela Tadesse Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Tapha ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaa guyyaa 2ffaan, taphni Juuventus Maanchister Siitii waliin, Boorshiyaa Dortimandi Baarseloonaa…
Oduu biyya keessaa Komishinichi milkaa’ina ajandaa adda baasuu Oromiyaatti gaggeefamuuf qooda fudhatoota waliin… Debela Tadesse Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Komishiniin Marii Biyyaalessaa milkaa'ina marii ajandaa adda baasuu Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti gaggeefamuuf qooda fudhatoota waliin mari'ateera. Mariicha…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Baalee Bahaatti hojiilee misooma garaagaraa daawwachaa jiru Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Baalee Bahaatti hojiilee misooma garaagaraaa daawwachaa jiraachuun ibsame. Godina…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis pirojektii Aspaaltii Roobee, Gooroo, Soofumar, maqa Gindhiir daawwatan Debela Tadesse Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan Pirojektiin ijaarsa Aspaaltii Roobee, Gooroo, Soofumar, maqa Gindhiir kiloomeetira 125…
Oduu biyya keessaa Hanga omisha bunaa waggaatti toonii kuma 500 ture dachaan guddisuun danda’ameera-Dooktar Abiy… Debela Tadesse Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Waggoota shanan darbanitti hojiiwwan omishtummaa bunaa guddisuuf hojjetamaniin hanga oomisha bunaa waggaatti toonii kuma 500 ture dachaan guddisuun…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Liiverpuul Giroonaa injifate Sifen Megersa Dec 10, 2024 0 Finfinnee, Mudde 1, 2017 (FMC) –Taphoota ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaa halkan kana taphatameen Liiverpuul Giroonaa injifateera. Liiverpuul galchii 1 fi 0n Giroonaa…