Koorporeeshinichi oomishaalee gabaaf dhiyeesserraa galii Birrii biiliyoona 5 argachuu beeksise
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2016 (FBC)- Koorporeeshiniin indaastirii keemikaalaa baatiiwwan 11’n darban oomishaalee galtee keemikaalaa gabaaf dhiyeesserraa galii Birrii biiliyoona 5 argachuu…