Oduu biyya keessaa Shaggaritti Qonni Qamadii Jallisii Bonee eegale Tsehay Guluma Nov 26, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Magaalaan Shaggaritti Qonni Qamadii Jallisii Bonee bara kanaa guyyaa har’aa haala hoo’aa ta’een eegaleera. Bara kana lafa hektaara kuma 65 ol…
Oduu biyya keessaa Haalli qabatamaan Itiyoophiyaa yeroo ammaa,guddina saffisaa malee seenaa namoonni hedduun beelaan… Sifen Megersa Nov 26, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Haalli qabatamaan Itiyoophiyaa yeroo ammaa,guddina saffisaa malee seenaa namoonni hedduun beelaan du’an miti jedhan Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni Baayerni Muunik – PSG fi Arsenaal – Ispootiingi… Sifen Megersa Nov 26, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Taphoonni ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaan har’aa eegalee ni taphatamu. Har’a taphoonni 9 kan taphataman yoo ta’uu galgala…
Oduu biyya keessaa Oomishni yeroo ammaa jiru imalli birmadummaa nyaataa mirkanaa’aa jiraachuu agarsiiftudha – TKM Tsehay Guluma Nov 26, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Oomishni Qonna Gannaan Godina Arsii fi Baaleetti oomishamaa jiru imalli birmadummaa nyaataa Itiyoophiyaa mirkanaa’aa jiraachuu agarsiiftuu ta'uu…
Biiznasii Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 400 olitti tilmaamamu to’atame Tsehay Guluma Nov 26, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Sadaasa 6 – 12, 2017tti Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 3 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumurukaa…
Oduu biyya keessaa Ambootti duulli qulqullina naannoo gaggeeffame Tsehay Guluma Nov 26, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Magaalaa Ambootti kabajaa Ayyaana sabaafi sablammootaa 19ffaa sababbeeffachuun Duulli qulqullina naannoo gaggeeffameera. Duula…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuu fi nagaa ummataa waaressuu yeroo kamuu caalaa cimee itti… Debela Tadesse Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)-Murnoota nageenya naannichaa booressuu fi dararaa itti fufan irratti tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuu fi nagaa ummataa waaressuu yeroo kamuu caalaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xurunaan agarsiisa albuuda fi teeknooloojii daawwatan Debela Tadesse Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Galma Barkumeetti gaggeeffamaa kan jiru agarsiisa albuudaa fi teeknooloojii daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Tumsitoonni misoomaa Afrikaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf deeggarsa taasisan cimsuu qabu-Obbo… Debela Tadesse Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)- Tumsitoonni misoomaa Ardii Afrikaa fi Idil Addunyaa Afrikaatti nageenya waara mirkaneessuuf deeggarsa taasisan cimsuu akka qaban Afyaa’iin Mana Maree Bakka…
Fayyaa Dandeettii oomishuu oomishtoota qorichaa biyya keessaa %40’n ga’uuf hojjetamaa jira Debela Tadesse Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)- Bara baajataa kanatti dandeettii oomishuu oomishtoota qorichaa biyya keessaa %40’n ga’uuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Tajaajilli…