Browsing Category
Biiznasii
Galchitoota gabaa Zayitaarratti dhiibbaa uumaan mootummaan to’achuu akka qabu daldaltoonni…
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) –Galchitoota gabaa Zayitaarratti dhiibbaa uumaa jiran mootummaan to'achuu akka qabu daldaltoonni Faanaa Broodkaastiing Korporeet waliin turtii taasiisan…
Baatiwwan salgan darbanitti Oomisha Bunaa alaatti ergamerraa Doolaarri miiliyooni 894 ol argame
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Baatiwwan salgan darbanitti Oomisha Bunaa alaatti ergamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 8 fi miiliyoonni 94 ol argamuu Abbaan Taayitaa…
Shakkamtoonni maallaqa ni baay’ifna jechuun Birrii miiliyoona 1.5 waliin dhahuuf yaalaan to’ataman
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Shakkamtoonni maallaqa ni baay’ifna jechuun Birrii miiliyoona 1.5 waliin dhahuuf yaalaan to’atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Baatii Bitootessaa Galiin Birriin Biiliyoonni 27.1 walitti qabamuu ibsame
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Ministeerri Galiiwwanii Baatii Bitootessaa 2014 galii Birrii Biiliyoonni 27.1 walitti qabuu beeksiise.
Baatii kana galii Birrii…
Paarkiin Indaastirii Yirgaalam galii Doolaara miiliyoona 4.4 ol argachuu ibsame
Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC) – Paarkii Qindaa’aan Indaastirii Qonnaa Yirgaalam oomishaalee gabaa alaaf ergerraa galii Doolaara miiliyoona 4 fi kuma dhibba 4 ol Korporeeshiniin Misooma…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoonni 108 ol to’atamuu ibsame
Finfinnee, Eebila 3, 2014 (FBC) – Torban darbe keessa meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 8 fi kumni dhibbi 2 fi kumni 14 ol to’atamuu ibsameera.…
Mootummaan gaaffiilee diinagdee ummata biraa ka’aa jiran deebisuuf hojjechaa jira- Dooktar…
Finfinnee, Eebila 2, 2014 (FBC) – Marii guutuu biyyattiitti taasiifamerratti gaaffiilee diinagdeen walqabatee ummata biraa ka'an sadarkaa sadarkaan deebisuuf mootummaan hojjechaa jiraachuu…
Bu’aa argameen osoo of hin dagatin rakkoolee nageenyaa fi misoomaa furuun barbaachisaadha…
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) –Bu'aa argameen osoo of hin dagatin rakkoolee nageenyaa fi misoomaa furuun barbaachisaa ta'uu Preezdaantiin Bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa obbo…
Shaqaxaaleen bu’uuraa eeyyama Sharafa alaa malee kallattiin akka galan murtaa’e
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa Shaqaxaaleen bu’uuraa eeyyama Sharafa alaa malee kallattiin akka galan murteessuu beeksiseera.
Shaqaxaaleen…
Magaalaa Dirree Dawaatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 10tti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC) – Magaalaa Dirree Dawaatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 10tti tilmaamaman to’ataman ibsame.
Magaalichatti meeshaaleen kontiroobaandii…