Browsing Category
Biiznasii
Baankiin Addunyaa Ityoophiyaadhaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 63 raggaasise
Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Baankiin Addunyaa Ityoophiyaadhaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 63 raggaasise.
Baankiin Addunyaa Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa…
Abbaan Taayitaa Koominikeeshinii Ityoophiyaa fedhii eeyyama teeleekoominikeeshinii 2 baase
Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) – Abbaan Taayitaa Koominikeeshinii Ityoophiyaa eeyyama teeleekoominikeeshinii 2 laachuuf ibsa gaaffii fedhii baase.
Abbaan taayitichaa…
Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 23 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) – Torbee darbee keessatti meeshaaleen kontiroobaandii fi meeshaaleen waraanaa Birrii miiliyoona 23.5 ttii tilmaamamu to’aannoo jala oluu Ministeerri Galii…
Baatiiwwan salgan darbanitti daldala alaarraa Doolaarri biiliyoonni 2 ol argame
Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Baatiiwwan salgan darbanitti daldala alaarraa galii Doolaarri biiliyoonni 2 ol argame.
Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii akka beeksisetti,…
Daandichi Booyiingirraa amma dhuma Waxabajjiitti beenyaa kan eegu ta’uu beeksise
Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa, Booyiingirraa amma dhuma Waxabajjiitti kaffaltii beenyaa kan eegu ta'uu beeksise.
Hoji raawwachiisaan…
Baankiin Kuush gurgurtaa Sheerii eegale
Finfinnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) – Baankiin Kuush sheerii biyya keessaa eegaluu isaa ibsame.
Koreen Baankichaa haala waliigala ilaalchisuun har’a ibsa laatera.
Baankicha…
Finfinneetti hoteelonni abbaa urjii baatidhaan galii Doolaara miiliyoona 35 dhabaa jiru
Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Finfinneetti hoteelonni abbaa urjii ta’an baatiin galii Doolaara miiliyoona 35 dhabaa jiru.
Finfinneetti hoteelonni sadarkaan abbaan urjii laatameef…
Oomishaalee fi shaqaxootarratti daballiin gatii hin barbaachifne akka hin jiraanneef to’annoo cimaan…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) - Oomishaalee fi shaqaxootarratti daballiin gatii hin barbaachifne akka hin jiraanneef to’annoo cimaan taasisuumu akka qabu Ministirri Ministeera Daldalaa…
Guyyoota 5 keessatti meeshaaleen koontiroobaandii Birrii miiliyoona 43 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) - Guyyoota 5 keessatti meeshaalee koontiroobaandii Birrii miiliyoona 43 fi kuma dhibba 8 olitti tilmaamamu to’atamu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.…
Buufata Mojootti hojiin qorannaa vaayrasii koroonaa eegalamuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2012 (FBC) – Buufataa fi tarminaala Mojootti hojiin qorannaa vaayrasii koroonaa eegalamuun ibsame.
Buufatichi meeshaalee alatti ergamanii fi alaa galaniif…