Browsing Category
Biiznasii
Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa dameesaa Jibuutii ebbisiise
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Jibuutii Ismaa'eel Oomar Giilleeh Jibuutiitti damee Baankii Daldalaa Ityoophiyaa ebbisiisuun hojii eegalchiisan.
Preezdaantichi…
Gabaan Oomisha Ityoophiyaa baatii Muddeetti Birrii biiliyoona 5.12 wal bichisiise
Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Gabaan Oomisha Ityoophiyaa baatii Muddeetti oomishoota toonii kuma dhibba 1 fi kuma 1 fi 948 gatii Birrii biiliyoona 5.12 qaban wal bichisiise.
Gabaan…
Nuukteek buufataalee guumruukaatti maashinoota to’annoo dhaabufi
Finfinnee, Amajjii 1,2012(FBC)- Nuukteek buufataalee guumruukaa Ityoophiyaatti maashinoota to'annoo dhaabufi.
Ityoophiyaa fi Chaayinaan sirna guumruukaa ammayyeessuuf akkaataa…
Maaraatoon Mootars konkolaattota elektiriikan hojjetan gabaadhaf dhiyeessufi
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) - Maaraatoon Mootars konkolaattota guutummaan elektiriikan hojjetan biyya keessatti hojjechuu eegaluufi.
Dhaabbatichi baatiiwwan sadan itti aananitti…
Eejansiin Deeggarsa Misoomaa Idil Addunyaa Kooriyaa tajaajila elektirooniiksii fooddaa tokkoof…
Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) - Eejansiin Deeggarsa Misoomaa Idil Addunyaa Kooriyaa proojaktii tajaajila elektirooniiksii fooddaa tokkoof deeggarsa Doolaara Ameerikaa miiliyoona 7.5…
Koorporeeshiniin Huccuu Shaangaay, Boolee Lammii IItti bobba’uuf waliigale
Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) – Koorporeeshiniin Huccuu Shaangaay, Paarkii Indaastirii Boolee Lammii IItti bobba'uuf waliigaltee mallatteesse.
Waliigaltee invastimantii liizii kanaan…
Diinagdeen Ityoophiyaa %10.8 ni guddata jedhame
Finfinnee, Muddee 29, 2012(FBC) – Raagni diinagdee Guddina Oomisha Waliigalaa Biyya keessaa Ityoophiyaa 2012tti %10.8 kan qaqqabu ta'uu Baankiin Biyyoolessaa Ityoophiyaa beeksise.…
Kaffaltoonni gibiraa federaalaa gibira irraa eegamu karaa elektirooniiksiin akka kaffalan gaafatame
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Kaffaltoonni gibiraa federaalaa yeroon kaffaltii isaanii osoo hin xumuramin gibira irraa eegamu karaa elektirooniiksiin akka kaffalan Ministeerri…
Gatiin boba’aa qinxaaboo haaluma duraan itti fufa
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Gatiin qinxaaboo gurgurtaa boba’aa haaluma duraan kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldala fi Idaastirii beeksiseera.
Sosochiin diinagdee fi hawaasummaa…
Ayyaana waggaaf meeshaaleen bu’uraa ga’aa ta’e dhiyaate
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Eejansiin Waldaalee Hojii Gamtaa Magaalaa Finfinnee ayyaana Qilleef meeshaalee bu’uraa ga’aa ta’e dhiyeessuu beeksise.
Eejansichi…