Browsing Category
Biiznasii
Galiin Birrii biiliyoonni 700 fi biiliyoonni 60 walitti qabame
Finfinnee, Amajjii 21, 2018 (FMC)- Baatii Amajjii dabalatee galiin Birrii biiliyoonni 700 fi biiliyoonni 60 walitti qabameera jedhe Ministeerri Galiiwwanii.
Ministeerichi gamaaggama…
Pilaatfoormiin diijitaalaa baankonni bittaafi gurgurtaa sharafa alaa ittiin raawwatan hojii eegale
Finfinnee, Amajjii 20, 2018 (FMC) – Pilaatfoormiin diijitaalaa baankonni walii isaanii gidduutti bittaafi gurgurtaa sharafa alaa ittiin raawwatan hojii eegaleera.
Saganticharratti…
Qabeenyi waliigalaa baankichaa Birrii Tiriiliyoona 2.3 caale
Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) – Baankiin Daldala Itiyoophiyaa baatiwwan jahaan darban keessa Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 20 ol liqeesse jedhe.
Baankichi tajaajila si’ataa fi…
Waldaalee Kosii goggogaa deebisanii misoomsuun galii guddaa birrii biliyoona 1.5 ol argatan.
Finfinnee, Amajjii 19, 2018(FMC) - Waldaaleen hojii kosiin goggogaa deebisanii misoomsuu irratti gurmaa'an ji'oottan ja'an darabanitti galii birrii biiliyoona 1.5 ol argachuu isaanii…
Buufataalee Xiyyaaraa xixiqqaa babal’isuun guddina investimentii fi tuurizimiif…
Finfinnee, Amajjii18, 2018 (FMC) - Buufataalee Xiyyaaraa xixiqqaa bakka adda addaatti babal'isuun waliinga'uuf hojjetamaa jira jedhe Abbaan Taayitaa Siivi l Aviyeeshinii Itiyoophiyaa.…
Baankonni meeshaalee filatamoo alaa galaniif gatii gumruukaa akka gatii agarsiistuutti fayyadamu-…
Finfinnee, Amajjii 17, 2018 (FMC) – Baankonni Amajjii 19, 2018 irraa eegalee meeshaalee filatamoo alaa galaniif gatii gumruukaa akka gatii agarsiistuutti fayyadamu jedhe Baankii Biyyaalessaa…
Xiyyeeffannoon oomisha bakka bu’oof kenname bu’aa argamsiisa jira
Finfinnee, Amajjii 16, 2018 (FMC)- Xiyyeeffannoon oomisha bakka bu’oof kenname bu’aa argamsiisaa jira jedhe Ministeerri Indaastirii.
Ministeerichi raawwii karooraa baatiiwwan jahan…
Baatiiwwan jahan darbanitti invastimantii doolaara miiliyoona 300 fi miiliyoona 77 hawwachuun…
Finfinnee, Amajjii 15, 2018 (FMC) – Baatiiwwan jahan darbanitti invastimantii doolaara miiliyoona 300 fi miiliyoona 77 hawwachuun danda’ameera jedhe Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan…
Korporeeshinichi oomishaalee al-ergiirraa galii Doolaara miiliyoona 100 fi miiliyoona 12 ol argate
Finfinnee, Amajjii 14, 2018 (FMC) – Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii baatiiwwan jahan darbanitti oomishaalee al-ergiirraa galii Doolaara miiliyoona 100 fi miiliyoona 12 fi…
Baatiwwan jahan darban daldala alaarraa galiin doolara biiliyoona 5 ol argame- Dooktar Kaasaahuun…
Finfinnee, Amajjii 14, 2018 (FMC) - Baatiwwan jahan darban daldala alaarraa galiin doolara biiliyoona 5.10 argameera jedhan Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…