Browsing Category
Biiznasii
Bara baajataa 2018tti xiyyaaroti imalaa haaraa sagal bitamaniiru – Obbo Mesfin Taasaw
Finfinnee, Adooleessa 22, 2018 (FMC) – Bara baajataa 2018 keessa xiyyaarota imalaa haaraa sagal bitamuu hojii raawwachiisaa olaanaan Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Obbo Masfin Xaasoo ibsan.…
Daandiin Qilleensichaa bara 2018 galii Doolaara biiliyoona 9.1 argate
Finfinnee, Adoolessa 22, 2018(FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa bara baajataa 2018’tti galii Doolaara biiliyoona 9 fi miiliyoona 100 argate.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Garee…
Bara 2018 Daldala Al-ergiirraa galiin Doolaarri miiliyoona 600 ol argame
Finfinnee, Adooleessa 22, 2018 (FMC) – Bara bajataa 2018tti oomishaalee dameeoomishaatiin gara alaatti ergaman irraa galiin doolaara Ameerikaa miiliyoonni 600 fi miliyoonni 7 argameera…
Baankiin Misoomaa Itiyoophiyaa liqii Yuuroo miiliyoona 31 kennuuf
Finfinnee, Adooleessa 21, 2018 (FMC) – Baankiin Misoomaa Itiyoophiyaa interpiraayizoota xixiqqaa fi giddugaleessaa bakkeewwan walitti bu’iinsaan miidhaman keessatti waldaalee hojii…
Waggoota darbanitti hojiiwwan bu’uurarraa dinagdee biyyattii cimsan hedduun hojjetamaniiru –…
Finfinnee, Adooleessa 21, 2018 (FMC) – Waggoota darban keessa hojiiwwan bu'uura irraa dinagdee biyyattii cimsan hedduun hojjetamuu Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa, Dooktar Iyyoob…
Fooyyessi diinagdee qaala’iinsa gatii to’achuuf gumaacha olaanaa bahate – Obbo Ahimad Shiidee
Finfinnee, Adoolessa 20, 2018 (FMC) – Fooyyessiin diinagdee Gooroo taasifame qaala'iinsa gatii to'achuu keessatti gumaacha olaanaa bahateera jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo…
Ministeerichi galii tiriiliyoona 1.5 ol sassaabe
Finfinnee, Adoolessa 20, 2018(FMC)- Ministeerri Galiiwwanii bara baajataa 2018’tti galii tiriiliyoona 1.5 ol sassaabeera.
Gamaaggamni raawwii hojii bara baajataa 2018 Ministeerichaafi…
Daldala alaa damee hoortiikaalcharii irraa galiin Doolaarri miiliyoonni 490 argame- Ministeericha
Finfinnee, Adoolessa 17, 2018 (FMC) – Bara baajataa 2018 keessa daldala alaa damee hoortiikaalcharii irraa galiin Doolaarri miiliyoonni 400 fi miiliyoonni 90 argameera jedhe Ministeerri…
Daldala qabeenya hin mul’annee hayyama malee gaggeessuun dhorkaadha – Baankicha
Finfinnee, Adooleessa 16, 2018 (FMC) – Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa daldalaa fi tajaajila qabeenya hin mul’annee (Virtual Asset) hayyama malee gaggeessuun dhorkaa ta'uu beeksise.…
Itiyoo Telekoom galii Birrii biiliyoona 200 fi biliyoona15.8 argate
Finfinnee, Adooleessa 15, 2018 (FMC) — Itiyoo Telekoom bara baajataa 2018 xumurametti galii Birrii biiliyoona 200 fi biliyoona15.8 argadhe jedhe.
Hojii Raawwachiiftuu Olaantuun Itiyoo…