Browsing Category
Biiznasii
Gabaa Ayyaanaaf oomishni gahaan qophaa’eera- BDO
Finfinneee, Hagayya 26, 2018 (FMC)- Ayyaanota Bara haaraa 2019 dhufaa jiraniif rakkoon dhiyeessii akka hin muudanneef xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe Biiroon Daldalaa Oromiyaa.…
Buna, hundee al-ergii Itiyoophiyaa
Finfinnee, Hagayya 25, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan xiyyeeffannoo oomishaa fi qulqullina Bunaaf kenniteen bara baajataa kana galii alaa olaanaa oomisha Bunaarraa argachuu dandeesserti.…
Hojimaanni tumsa damee loojistiksii Itiyoophiyaa bu’a qabeessa taasisaa jira – Ambaasaaddar…
Finfinnee, Hagayya 25, 2018 (FMC) – Hojimaanni tumsa irratti hundaa’e damee loojistiksii Itiyoophiyaa caalaatti bu’a qabeessa taasisuun faayidaa diinagdee biyyattii sadarkaa olaanaatti…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 700 fi miiliyoona 39 to’ataman
Finfinnee, Hagayya 23, 2018 (FMC)- Hordoffii Hagayya 14-20, 2018’tti taasifameen meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 700 fi miiliyoona 39 olitti tilmaamaman to’atamaniiru jedhe…
Baankichi dhaabbilee daddabarsa maallaqaa eeyyama hin qabnee fi tajaajila hawalaa seeraan alaa…
Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC)- Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa dhaabbilee daddabarsa maallaqaa eeyyama hin qabnee fi tajaajila hawalaa seeraan alaa raawwatan ifoomseera.
Baankichi…
Korpooreeshiniin Manneen Federaalaa galii Birrii Biiliyoona 12.5 argate
Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC)- Korpooreeshiniin Manneen Federaalaa galii Birrii Biiliyoona 12.5 argachuu ibse.
Invastimanti Hooldingiin Itiyoophiyaa karoora raawwii bara 2018…
Eksipoo “Itiyoophiyaan Haa Oomishtuu” bara Kanaan waliigalteen Birrii biiliyoona 57 ol mallattaa’e-…
Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC)- Eksipoo “Itiyoophiyaan Haa Oomishtuu” bara 2018 waliigalteen walitti hidhamiinsa gabaa Birrii biiliyoona 57 ol mallattaa’eera jedhe Ministeerri…
Imala Itiyoophiyaa, miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa ta’uuf…
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa (WTO) ta'uuf marii taasisaa jirtu milkaa'inaan xumuruuf fooyya'iinsa hedduu fi hojiiwwan marii…
Manni Maree Naannichaa baajata bara 2019 Birrii biiliyoona 18 ol raggaasise
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC)- Manni Maree Naannoo Gambeellaa baajata bara 2019 Birrii biiliyoona 18 miiliyoona 500 fi miiliyoona 77 fi kuma 500 ol raggaasiseera.
Hogganaan Biiroo…
Baankichi bara baajataa 2018 gibira Birrii biiliyoona 36.08 kaffale
Finfinnee, Hagayya 6, 2026 (FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa bara baajataa 2018 gibira Birrii biiliyoona 36.08 kaffale.
Gibirri biyyaaf kaffalamu qabeenya dhalootaaf darbu ta’uu kan…