Browsing Category
Biiznasii
Oromiyaatti baatiwwan jahan darban galiin Birrii biliyoona 100 fi biiliyoona 60 ol walitti qabame
Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC)_ Naannoo Oromiyaatti baatiwwan jahan darban galiin Birrii biliyoona 100 fi biiliyoona 60 ol walitti qabame.
Gamaaggamni raawwii hojii Mootummaa fi…
Raabsitoonni meeshaalee ijaarsaa nagahee malee gurgurtaa raawwataa turan to’ataman
Finfinnee, Amajii 9, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti oppireeshinii gaggeeffameen Daldaltoonni meeshaalee ijaarsaa raabsan nagahee malee gurgurtaa raawwataa turan 11 to’atamaniiru.…
Ergaa Bulchaa Olaanaa Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyi
Finfinnee, Amajjii 7, 2018(FMC) - Waggoottan jijjiiramaa darbanitti imaammata maallaqaa ammayyeessuun, sharafa alaa fooyyessuun, jijjiiramni damee faayinaansii fi fooyya'iinsi…
Fooyyessichi daldala Qinxaaboo babal’isuu fi abbootii qabeenyaa hawwachuuf carraa uume – Obbo Ahimad…
Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Fooyyessi Diinagdee Gooroo daldala Qinxaaboo babal’isuu fi abbootii qabeenyaa alaa hawwachuuf carraa uume jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo…
Oromiyaatti lafti inveestimeentii hektaarri kuma100 fi kuma 43 abbootii qabeenyaaf akka kennamu…
Finfinnee, Amajjii 5, 2018(FMC) – Bara kana Abbootii Qabeenyaa haaraa kaappitaala qarshii biliyoona 200 fi biliyoona 63 ol galmeessaniif lafti inveestimentii hektaarri kuma100 fi kuma 43…
Godinichatti Buna Toonii 292 gabaa biyyaalessaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Godina Wallagga Bahaatti Buna Toonii 292 gabaa biyyaalessaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jira jedhe waajjirri qonnaa godinichaa.
Godinichatti Oomisha bunaa…
Gabaa bunaa irratti dorgomuuf qulqullina bunaaf xiyyeeffannoon kenname
Finfinnee, Amajji 1, 2018 (FMC) - Dorgomtummaa gabaa bunaa addunyaa keessatti jiru tursiisuuf qulqullina oomishaa irratti xiyyeeffannoon hojjetamaa akka jiru Itti aanaan Daayireektera…
Kaffaltoonni gibiraa adabbiirraa ooluuf nagahee maxxanfame fudhachuu qabu – Ministeericha
Finfinnee, Amajjii 1, 2018 (FMC) – Kaffaltoonni gibiraa adabbiirraa ooluuf nagahee maxxanfame fudhachuu akka qaban Ministeerri Galiiwwanii beeksiseera.
Nagaheen koodii addaa gurgurtaa…
Nagaheen gurgurtaa harkaa harkaattii koodii addaa hin qabne boruu eegalee hojiirra hin oolu –…
Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) – Nagaheen gurgurtaa harkaa harkaattii koodii addaa hin qabne boruu eegalee hojiirra hin oolu jedhe Ministeerri Galiiwwanii.
Ministeerichi yakka waliin…
Baankichi bu’aa caalbaasii sharafa alaa ifoomse
Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Baankiin Biyyaalessaa bu’aa caalbaasii sharafa har’a gaggeeffame ifoomseera.
Baankileen 32 caalbaasicharratti kan hirmaatan yoo ta’u, caalbaasii kanaan…