Browsing Category
Biiznasii
Godinichatti Qullubbii Diimaa fi Timaatima lafa hektaara kuma 14 irratti misoomerra callaa kuntaalli…
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Godina Jimmaatti Qullubbii Diimaa fi Timaatima lafa hektaara kuma 14 irratti misoomerra callaa kuntaalli kumni 940 ol argamuu Waajjirri Qonnaa godinichaa…
Baatiwwan saglan darban galiin Birriin biiliyoonni 374 ol walitti qabame
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Baatiwwan saglan darban galiin Birriin biiliyoonni 374 ol walitti qabamu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Ministeerichi raawwii hojii baatiwwan 9…
Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun qaala’iinsaa fi daballii gatii mudachuu malu haala ittisuun…
Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun qaala’iinsaa fi daballii gatii mudachuu malu ittisuuf karoora qophaa’eerratti mari’atameera.…
Oomishaalee alaa galan kan biyya keessan bakka buusuun Sharafa Doolaara biiliyoona 3.1 baraaruun…
Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Oomishaalee alaa galan biyya keessatti oomishuun Sharafa alaa Doolaara biiliyoona 3.1 baraaruun danda’amuu Ministeerri Indaastirii beeksiise.…
Ayyaana Sooma Hiikaaf hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin mudanne xiyyeeffannoon hojjetamaa…
Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC) – Ayyaana Sooma Hiikaaf hanqinni dhiyeessii oomishaalee fi daballiin gatii akka hin mudanne xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Biiroon Daldalaa Magaalaa…
Ayyaanaf hanqinni dhiyeesssi akka hin mudanne hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC) - Ayyaana Sooma Hiikaan wal qabatee hanqina dhiyeessii oomishaalee muudachuu maluufi qaala'insa gabaa tasgabbeessuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon…
Finfinneetti Agarsiisniif Baazaariin “Itiyoophiyaan haa oomishtu, nutis haa bitannu”…
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Agarsiisni fi Baazaariin mata duree "Itiyoophiyaan haa oomshtu nutis haa bitannu" jedhu banameera.
Agarsiisichi…
Baankichi maallaqa seeraan ala fudhatamee ture keessaa % 96.3 deebisiisuu beeksise
Finfinnee, Ebla 13, 2016 (FBC) - Baankiin Daldala Itiyoophiyaa maallaqa seeraan ala fudhatamee ture keessaa % 96.3 deebisiisuu beeksiseera.
Rakkoo siistamaa mudatee ture hordofee…
Godinichatti Bara oomishaa kana hanga ammaatti Bunni tooniin kumni 275 oomishamuu ibsame
Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC) – Godina Jimmaatti Bara oomishaa kana hanga ammaatti Bunni tooniin kumni 275 oomishamuu Waajjirri Qonaa godinichaa beeksiise.
Qulqullinaa bunaa fi…
Naannichatti Qindeessi Dhagaa Cilee Birrii miiliyoona 500 ijaarame hojii eegale
Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC) - Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti Qindeessi Dhagaa Cilee Ammayyaa Birrii miiliyoona 500n ijaarame hojii eegaleera.
Dhaabbanni Qindeessa Dhagaa Cilee…