Browsing Category
Biiznasii
Fooramiin Daldalaa fi Invastimantii Itiyoo – Saa’udii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Fooramiin Daldalaa fi Invastimantii Itiyoo – Saa’udii Golahambaa Saayinsii Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Hoggantoonni Waajjira Ministira Muummee,…
Gurgurtaan Qinxaaboo boba’aa gatii gurguramaa jiruun kan itti fufu ta’uun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Gurgurtaan qinxaaboo boba’aa gatii gurguramaa jiruun akka itti fufu murtaa’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ibse.
Manni Maree…
Baatiiwwan kurnan darban Buna gabaa alaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1 argamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) – Baatiiwwan kurnan darban Buna gabaa alaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1 argamuu Abbaan Taayita Bunaa fi Shaayii Itiyoophiyaa…
Dirre Dhawaatti kaffaltoota gibiraa amanamoo fi olaanoof Beekamtiin kenname
Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Bulchiinsa magaalaa Dirre Dhawaa kaffaltoota gibiraa amanamoo fi olaanoof beekamtii kanne.
Abbaan Taayitichaa Galiiwwan…
Warqee alatti ergamerraa Galiin Doolaarri miiliyoonni 274 argame
Finfinnee, Caamsaa 22, 2016 (FBC) – Baatiwwan saglan darban Warqee alatti ergamerraa Galiin Doolaarri miiliyoonni 274 argamuu Ministeerri Albuudaa beeksise.
Manni Maree Bakka Bu’oota…
Mootummaa fi Dameen dhuunfaa waloon hojjechuun guddina damee Oomishaaf murteessaadha – Obbo…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) –Mootummaa fi Dameen dhuunfaa waloon hojjechuun guddina damee Oomishaaf murteessaa ta’uu Ministirri Ministeera…
Naannichatti galiin Birriin biiliyoonni 8 ol walitti qabamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) –Naannoo Sidaamaatti baatiiwwan kurnan darban galiin Birriin biiliyoonni 8 ol walitti qabamuu Abbaan Taayitaa Galiiwwaan naannicha beeksiseera.…
Fooramiin tumsa Diinagdee Itiyoo – Paakistaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Fooramiin tumsa Diinagdee Itiyoo – Paakistaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Ministira Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo…
Korporeeshinichi Dhaabbata Invastimanti biyya Keessaa Naashinaal waliin waliigaltee Doolaraa…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) – Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Dhaabbata Invastimantii biyya keessaa Naashinaal jedhamuu waliin waliiglatee Doolaara miiliyoona 110…
Naannichatti baatiwwan 10’n darban galiin Birriin biiliyoonni 3.5 ol walitti qabamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Naannoo Afaaritti baatiwwan kurnan darban galiin Birriin biiliyoonni 3.5 ol walitti qabamuu Biiroon Galiiwwaan naannichaa beeksiseera.
Galii…