Browsing Category
Biiznasii
Baankichi bara 2023/24 tti Taaksiin dura Bu’aa Birrii Biiliyoona 10.8 ol argaachuu ibse
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) –Baankiin Awaash bara 2023/24 taaksiin dura Bu'aa Birrii biiliyoona 10 fi miiliyoona 800 argaachuu beeksiseera.
Baankichi yaa’ii waliigalaa 29ffaa…
Warshaan Maarbilii Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 80 ijaarame yaalii oomishuu eegaluufi
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Magaalaa Adwaatti Warshaan Maarbilii Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 80 ijaarame yaalii oomishuu eegaluuf ta'uu ibsame.
Zoonii Indaastirii Adwaa…
Humni Elekrikaa baatiwwan sadan darban galii Birrii biiliyoona 8.7 ol argachuu ibse
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) – Humni Elekrikaa Itiyoophiyaa baatiwwan sadan darban gurgurtaa humna biyya keessaaf dhiyeessarraa galii Birrii biiliyoona 8 fi miiliyoona 700 ol argachuu…
Jaappaan Itiyoophiyaaf deeggarsa doolaara miiliyoona 11 taasisuuf waliigaltee mallatteessite
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) –Mootummaan Jaappaan Itiyoophiyaaf deeggarsa doolaara miiliyoona 11 taasisuuf waliigaltee Mallatteesseera.
Deeggarsi taasifamees Piroojektii…
Itiyoophiyaan biyya qabeenya albuudaan badhaateedha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan biyya qabeenya albuudaan badhaate ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad har’a Warshaa Albuuda…
Yuuniyenichi Bunarraa galii Doolaara miiliyoona 14 argachuuf hojjechaa jira
Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Yuuniyeniin Kattaa Mudugaa Buna gabaa alaaf dhiheessuun galii Doolaara miiliyoona 14 argachuuf hojjechaa jiraachuu beeksise.
Yuniyenichii yaa'ii isaa…
Rakkoo daldala Ashaboon walqabatu furuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Oomishaalee hojmaata Moonoopiiliif saaxilamanii turan keessaa tokko kan ta’e rakkoo Daldala Oomisha Ashaboo furuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri…
Meeshaaleen ‘Firaankoo Vaaluutaan’ galaa turan sanada wabii Baankota Daldalaan akka galfaman…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC)- Meeshaalee bu’uuraa 'Firaankoo Vaaluutaan' galaa turan sanada wabii baankota daldalaan akka galfaman murtaa’uu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad…
Yeroo jalqabaaf oomishni kuduraalee Dooniin gabaa alaaf dhiyaatan
Finfinnee, Sadaasa 2, 2017 (FBC)-Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf oomishalee kuduraa Dooniidhaan fe’uun gabaa Awurooppaaf dhiyeessuu eegaluu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Dhaabbanni Itiyoo…
Markaatootti gabaan haala tasgabbii qabuun gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 2, 2017 (FBC) – Magaalaa Finfinnee naannawaa Markaatootti qabeenyi daldaltoota dhaalamuufi, Suuqiwwan cufamuuf jedhamuun burjaajiin garagaraa miidiyaalee hawaasummaan…