Browsing Category
Biiznasii
Miidirook Itiyoophiyaatti daldala qinxaaboo idil addunyaa jalqabaa beeksiise
Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Miidirook Itiyoophiyaatti daldala qinxaaboo idil addunyaa isa jalqabaa guddaa jedhame beeksiseera.
Miidirook Itiyoophiyaa jalatti kan argamu Suuppar…
Magaalichatti Ayyaana Qillee sababeeffachuun meeshaaleen qonnaafi indaastirii gahaan jiru
Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Magaalaa Jimmaatti Ayyaana Qillee sababeeffachuun meeshaaleen qonnaafi indaastirii gabaawwan 12’tti dhiyaachaa jiru.
Shamattoonni Faanaa Miidiyaa…
Baankichi Godina Harargee Bahaatti Birrii miiliyoona 30 oliin ijaarsa pirojektii bishaan dhugaatii…
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC) – Baankiin Awaash Godina Harargee Bahaa Aanaa Jaarsootti rakkoo bishaan dhugaatii jiraattota magaalaa Ejeersa Gooroo furuuf Birrii miiliyoona 30 oliin ijaarsa…
Ayyaana qillee sababeeffachuun akka magaalaa shaggaritti baazaarii fi Egzibiishiniin eegalame
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC)- Magaalaa Shaggaritti ayyaana Qillee sababeeffachuun agarsiisni baazaarii fi Egzibiishiniin eegalameera.
Baazaaricha Ministirri Ministeera Daldalaa fi…
Hojiin misooma Indaastirii kalaqa saffisiisuun oomishtoota biyya keessaa cimsaa jira
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC) – Qaama ce’umsa diinagdee Itiyoophiyaa kan ta’e hojiin misooma Indaastirii kalaqa saffisiisuun oomishtoota biyya keessaa cimsaa jira jedhe Waajjirri Ministira…
Qajeelfamichi tilmaama gatii shaqaxaalee irratti iftoomina kan uumudha – Komishinar Dabalee…
Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Qajeelfamni gumruukaa haaraan tilmaama gatii shaqaxaalee iftoomina qabuufi amanamaan akka jiraatu taasisa jedhan Komishinarri Komishinii Gumruukaa Dabalee…
Maallaqni Kuufamaa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Tiiriliyoona 2 qaqqabe
Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) – Maallaqni kuufamaa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Birrii Tiiriliyoona 2 qaqqabe.
Baankichi baatiiwwan jahan darbanitti Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona…
Magaalichatti ayyaana qillee sababeeffachuun horiin qalmaa kumni 500 fi kumni 74 gabaaf dhiyaachaa…
Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Ayyaana Qillee sababeeffachuun dhiyeessiin gahaan akka jiraatu qophii gahaan taasifame jedhe Biiroon Daldalaa magaalichaa.…
Baankiin Invastimantii Siinqee Abbaa Taayitaa Gabaa Kaabbitaalaa Itiyoophiyaarraa eenyama hojii…
Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Baankiin Invastimantii Siinqee Abbaa Taayitaa Gabaa Kaabbitaalaa Itiyoophiyaarraa eenyama hojii argate.
Baankichi damee Gabaa Kaappitaalaa Itiyoophiyaa…
Bara Faranjootaa 2026tti Dhaabbata Daldalaa addunyyatti miseensummaa Itiyoophiyaa milkaa’inaan…
Finfinnee, Mudde 21, 2018(FMC) - Bara Faranjootaa 2026tti Dhaabbata Daldalaa addunyyatti miseensummaa Itiyoophiyaa milkaa'inaan xumuruuf mareen geggeeffamaa jira jedhe Koreen Biyyaalessaa…