Browsing Category
Biiznasii
Buufanni Xiyyaaraa Idil-addunyaa Bishooftuu Abdii Guddaa Sektera Aviyeeshinii Afrikaati – CNN
Finfinnee, Ebla 15, 2018 (FMC)– Itoophiyaan buufata xiyyaaraa idil-addunyaa guddaa sarara balalii Afrikaa jijjiira jedhamee abdatamu ijaaraa jiraachuu CNN gabaaseera.
Ijaarsi…
Daldalli Al-ergii Damee Albuudaa %87’n Guddateera
Finfinnee, Eebila 14, 2018 (FBC) - Bara bajataa kanatti daladalli al-ergii damee albuudaa % 87n guddachuu Ministirri Albuudaa Injiinar Habtaamuu Taganyi ibsan.
Manni maree ministirootaa…
Maamiltoonni baankii lakkoofsa herregaa isaanii hanga Caamsaa 6’tti ‘Faayidaa’ waliin akka walitti…
Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa maamiltoonni baankii hundaa lakkoofsa herregaa isaanii hanga Caamsaa 6, 2018’tti ‘Faayidaa’ waliin akka walitti hidhan…
Daandiin Qilleensichaa xiyyaarota Diriimlaayinarii 6 bituufi
Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa xiyaarota ammayyaa Diriimlaayinarii Booyiingi 787-9 jaha bituuf dhaabbata Booyiingi waliin waliigaltee mallatteesse.…
Naannawaan Daldala Bilisaa Afrikaafi Gamtaan Awurooppaa waliigaltee Yuuroo biiliyoona 1.2…
Finfinnee, Ebla 12, 2018 (FMC) – Naannawaan Daldala Bilisaa Afrikaafi Gamtaan Awurooppaa waliigaltee Yuuroo biiliyoona 1.2 mallatteessaniiru.
Fooramiin biiznasii Itiyoo- Gamtaa Awurooppaa…
Hanga kurmaana 3ffaatti galiin Birrii biiliyoonni 200 fi biiliyoonni 37 sassaabame- Obbo Awwaluu…
Finfinnee, Ebla 9,2018 (FMC)- Naannoo oromiyaatti hanga kurmaana 3ffaatti galiin Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 37 sassaabameera jedhan Pireezidaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo…
Abbootiin qabeenyaa naannawaa daldala bilisaa keessatti hojjetan gibira galiirraa bilisa akka ta’an…
Finfinnee, Ebla 5, 2018 (FMC) – Abbootii qabeenyaa naannawaa daldala bilisaa keessatti galteewwanii fi oomishaalee dhiyeessurratti bobba’an gibira galiirraa bilisa akka ta’an…
Oromiyaatti Ayyaana Sooma Hiikaaf meeshaaleen bu’uuraa gahaan dhiyaachaa jiru- Biiricha
Finfinnee, Bitootessa 30, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Ayyaana Sooma Hiikaaf meeshaaleen bu’uuraa gahaan dhiyaachaa jiru jedhe Biiroon Daldalaa Naannichaa.
Biirichatti Daayrektarri…
Agarsiifni Daldalaafi Baazaariin walitti hidhaminsa gabaa mijeessuun tasgabbiin gatii akka jiraatu…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2018 (FMC) - Kutaalee Magaalaa Shaggar hunda keessatti ayyaana Hiikaa sababeeffachuun agarsiisni baazaarii daldalaa mata duree "Shaggar Oomishaa jirti"jedhuun…
Soogiddaafi Zayita qofa gabaadhaa bittanna – Qonnaan Bultoota Magaalaa Shaashamannee
Finfinnee, Bitootessa 28, 2018 (FMC) -Soogiddaafi Zayita qofa gabaadhaa bittanna jedhan Qonnaan Bultootni Magaalaa Shaashamannee.
Waggoottan jijjiirama darban hojiirra kan oole…